label
stringclasses
4 values
text
stringlengths
2
4.21k
language
stringclasses
2 values
0
ayyaana irreechaa hora finfinnee harsadeetti oromootaan kabajamu ilaalchisuun abbaan gadaa gujii walitti qabaan gamtaa abbootii gadaa oromoo abbaan gadaa jiloo maandhoo hawaasa godina gujii lixaa keessaa babahan waliin mari'ataniiru
orm
0
biiroo dhimmoota koominikeeshinii mootummaa oromiyaatti marii abbaan gadaa jiloo maandhoo oromoon kamiyyuu caalaa tokkkummaa cimsuu qabu dhaaman
orm
0
ergaan abbootii gadaa oromootiin irreecha sababeeffachuun dabarsan ummanni oromoo hojiirra oolchuu qaba
orm
0
ayyaanni irreechaa ayyaana oromoon tulluu malkaatti ba'uu darbeef uumaa galateeffatu dhufuuf imaanaa kennatudha
orm
0
“itoophiyaan biyya oromoo hin eenyutuu ta'uuf rakkatti” obbo taayyee danda
orm
0
gaaffii ffaa hayyoonni oromoo hidhaa jiran hin hiikamin filannoon baranaa akkamiin geggeeffamuu danda
orm
0
gaaffii ffaa tokkkummaa oromoo irraati hojjachuuf maaltu gufuu mootummaan naannooo oromiyaa maaliif mormitootaa waliin hojjachuu dadhabe
orm
0
mootummaan oromiyaa tokkkummaan oromoo dantaa oromoo qofaaf hin dantaa itoophiyaafuu utubaa ta'uu hubata
orm
0
gaaffii ffaa miidiyaaleen oromoo oromiyaa miidiyaa neetwoork maaliif cufaman
orm
0
miidiyaan oromiyaa miidiyaa neetwoork miidiyaa qabsoo uummata oromoo bakka gudda qabu ta'us jijjiirama du'a artiistii jaallatamaa hacaaluu hundeessaan wal qabatee duras hedduu daangaa bilisummaan yaadaa ibsachuu deddeebin sarbeera
orm
0
ummati oromoo bara hedduuf jeeqamaa turuu namuutu beeka
orm
0
shaneen takkaa diina ajjeesee hin beekne jijjiirama oromoo ajjeesee geeraruu eegale
orm
0
gaaffii ffaa gaffiin abba biyyummaa oromon finfinnerraa qabu maal
orm
0
gaaffii ffaa itiyoophiyaa oromummaan hariiroo qabuu qabaatan seenan oromoo itiyoophiyaa maaliif finxaaleyyiin gadi qabama
orm
0
ummata kuush keessaa guddichi ummata oromooti
orm
0
dhalootumarraa itoophiyaan biyya oromooti
orm
0
seenaa garasuu dhukii abdiisaa aagaa abbichuu bayyanaa qusee diinagdee fakkaatan gaafa ilaallu oromoon ijaarsa tika itoophiyaa adda duree ta'uu hubanna
orm
0
itoophiyaan biyya oromoo hin eenyutuu ta'uuf rakkatti
orm
0
dooktarri kabajaa lammaa magarsaan jaarmiyaan oromoo hunduu walitti qabamnee qalbii miira gaaridhaan saba keenyaaf jenne mari achaa turreerra jedhan
orm
0
oromoon alaabaa hin barbaadhu seera hin barbaadu jedhe maalif dhaabbanna
orm
0
marii obbolummaa oromoo amaaraa aadaa waliin jireenyaa saboota lamaanii cimsuu irratti mari atameera
orm
0
mariin abbootii qabeenya oromoo amaaraa finfinneetti gaggeeffame
orm
0
finfinnee faanaa broodkaastingi korporeet mariin abbootii qabeenya oromoo amaaraa finfinneetti gaggeeffamaa jiru dhimmoota adda addaarratti marii taasisaniiru
orm
0
dooktar abiyyi koonfaransii nageenyaa abbootiin qabeenyaa oromoo amaaraa galma barkumeetti qopheessanirratti kaleessa galgala argamuun ergaa dabarsaniiru
orm
0
ummanni oromoo amaaraa lakkkoofsanis hedduu
orm
0
hariiroo oromoo amaaraa cimsuu jiraattonni oromoo godina walloo ga'ee olaanaa qabu obbo jawaar mahaammad
orm
0
jiraattonni walloo hariiroo amaaraa oromoo cimsuu bakka olaanaa qabanis obbo jawaar ibsaniiru
orm
0
paartiileen siyaasaa oromoo amaaraa ejjennoo siyaasaa waloo irratti waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessan
orm
0
finfinnee caamsaa faanaa broodkaastingi korporeet hayyoonni amaaraa magaalaa finfinnee jiraatan galma gamtaa afrikaatti mari'atan
orm
0
finfinnee eebila faanaa broodkaastingi korporeet amaaraa magaalota adda addaatti hiriirri gaggeeffame
orm
0
finfinnee faanaa broodkaastingi korporeet mariin hariiroo ummattoota oromoofi amaaraa cimsuurratti xiyyeeffate ibsa waloo abbaa qabxii afurii baasuun xumurame
orm
0
mariin hariiroo ummata oromoo amaaraa cimsuufi rakkkoolee mudatan mariidhaan furuu irratti xiyyeeffatee kaleessaafi harra adaamaatti geggeeffamaa ture ibsa ejjennoo abbaa qabxii afurii baasuun xumurame
orm
0
waltajjii obbolummaa saboota oromoo amaaraa guyyaa har magaalaa ambootti gaggeeffame irratti waraqaan qorannoo walitti hidhamiinsa seenaa saboota mul isu rakkkoolee mudataa jiranii fala fuula duraa irratti xiyyeeffate gaafatamaa waajjira galeessaa odp obbo addisuu araggaa hayyuu seenaa yuunvarsitii finfinnee gargaaraa proofeeseraa abebaaw ayyaalewuun dhiyaatee jira
orm
0
finfinnee faanaa broodkaastingi korporeet walga mariin nageenya walitti dhuffeenya oromoo amaaraa finfinneetti gaggeeffamaa jira
orm
0
finfinnee faanaa broodkaastingi korporeet aanaan preezdaantii mootummaa oromiyaa obbo shimallis abdiisaa waltajjii obbolummaa ummata oromoo amaaraa cimsu guyyaa har magaalaa ambootti gaggeeffamaa jiru irratti haasaa taasisaniin jedhanitti tokkkummaa ityoophiyaa egsiisuuf calmaatti hojjennu ta'a jedhaniiru
orm
0
ummata oromoo amaaraa tokkko taasisuuf qeerroon injifannoo guddaa galmeesisanii jiru
orm
0
dargaggoonni oromiyaa xaanaan jedhanii laga xaanaa inbocii kaasuu irratti hirmaannaa taasisaniin tokkkummaa oromaaraa cimsuuf tumsi taasisan hin dagatamne uus ibsaniiru
orm
0
finfinnee adoolessa faanaa broodkaastingi korporeet hariiron ummata oromoo amaaraa jidduutti muul'achaa jiru fedhii ummataarratti hundaa'e ta'uu hogganaan biiroo dhimmoota koominikeeshinii oromiyaa dooktar nagarii leencoo himan
orm
0
oromoo amaarri ummattoota biyyattii waliin ta'uun nagaa tasgabbiin ityoophiyaa eegamee turu aarsaa barbaachisaa mara kaffalaa turaniiru
orm
0
finfinnee faanaa broodkaastingi korporeet muummeen ministiraa fdri dooktar abiyyi ahimad qaamoolee hawaasa garaagaraa naannoolee tigraayii amaaraa walitti dhufan waliin mari atan
orm
0
hoggantoonni paartii badhaadhinaa godinaalee aanaalee oromiyaa amaaraa waldaangessanii marii waloo taasiisan
orm
0
hoggantoota paartii badhaadhinaa godinaalee aanaalee oromiyaa amaaraa waldaangessan gidduutti mariin waloo taasiifame
orm
0
godinaalee aanaalee oromiyaa amaaraa jidduutti mariin waloo finfinneetti gaggeeffameera
orm
0
ummatni oromoo sabaa sablammoota hammatee jiruudha
orm
0
ummani amaaraa oromoo duudhaa waliin jireenyaa qabu cimsee fufa
orm
0
finfinnee bitootessa faanaa broodkaastingi korporeet mootummaan amaaraa walitti bu'iinsa bulchiinsa godina addaa oromoo walloo shawaa kaabaatti mudateen miidhaa qaqqabeef gadda dhaga'ame ibse
orm
0
preezdaantiin mootummaa amaaraa dooktar ambaachaw makoonnan ibsa eda galgala laataniin beeksisanitti sababiin walitti bu'iinsichaa qoratamaa jira
orm
0
daadhin sirboota qabsoo sabboonummaa oromoo jajjabeessan viidiyoo sagaleedhan maxxansiisuun gumaachaa tureera
orm
0
amantaaleen oromoo biyya keessaaf biyya alaa jiran nagaan waliin jiraataniif jaarmiyaan hundeeffamaa jira
orm
0
mirgi abukaatoo dhaabsifachuu hidhamtoota siyaasaa oromoo molqame
orm
0
tokkkummaa dubartoota oromoo kanaadaa uummata oromoo walloo cina dhaabbachuuf jiran ibsan
orm
0
uummatni oromoo uummata kaaba oromiyaa walloo rakkataa jiru tumsuuf qooda eegamu bahatu
orm
0
waraanni bilisummaa oromoo gujii bahaaf oromiyaa bakka adda addaatti tarkaanfii fudhate
orm
0
waraanni bilisummaa oromoo oromiyaa kutaalee adda addaa tarkaanfii diina irratti fudhatu cimsee fufuu isaatu himame
orm
0
barreessaa kitaaba afaan oromoo gaaddiisaa birruu du'aan boqotan
orm
0
barreessaa kitaabilee asoosama afaan oromoo jalqabaa ta'an gaaddisaa birruu waaqaa du'aan boqochuun himame
orm
0
oduu gammachisaa oromoo maraaf
orm
0
akkkuma beekamu tokkko darbeef keelloo miidiyaan hojii miidiyaa dantaa oromoo eegsisuu irratti bu uurefamee hojii boonsaa hojechaa ture
orm
0
oromiyaa miidiyaa neetwoork hawaasni oromoo washington dc buufata xiyyaaratti argamuun pirofeesara mararaa gudinaa simatan
orm
0
oromiyaa miidiyaa neetwoork kabaja ayyaana irreechaa ilaalchisuun gumiin abbootii gadaa oromoo adaamaatti miidiyaaf ibsa kennan
orm
0
gumii abbootii gadaa oromoofi abbaan gadaa jiloo maandhoo ibsa kennan kabajni irreechaa bara nagaafi gammachu hawwuu dubbatanii
orm
0
irreechi baranaa kabajamuuf gumiin abbootii gadaa oromoo murteesseera
orm
0
oromiyaa miidiyaa neetwoork ummanni oromoo irreecha baranaa akkkuma baroota darbanitti milkiidhaan irreeffachuu qabu hayyuun aadaa seenaa oromoo tokkko yaadachiisan
orm
0
obbo maammoo gadaa uummanni oromoo irreecha baranaa akkkuma baroota darbanitti irreeffachuu qabu oromiyaa miidiyaa neetwoork himanii jiru
orm
0
irreechi oromoof hunda jedhan buleessi qabsoo oromoo maammoo gadaa irreechi aadaa duudhaa safuu qabsoo tokkkummaa oromootis hammateedhas jedhan
orm
0
uummanni oromoo dhabe argachuu qaba argate dhabuu hin qabu jedhan obbo maammoon irreechi bara dheengaddaa hora finfinneetti jalqabe baranas bifa uummata oromoo ballaa hirmaachiseen fufu hora har sadiitis kabajama jedhan
orm
0
bara dheengadda uummanni oromoo naamusaa tasgabbii dinqisiisaan rakkkoo homaatuu hin mudatin miidhamni homaatuu hin uumamin ofiisaatifi sabaaf sablammoota biroo hundaa kabajuun haala gaariin finfinnee irreeffatee mirkaneesseef walitti dhufuun oromoo mootummaa yaaddessuu hin qabus jedhan buleessi qabsoo oromoo obbo maammoo gadaa
orm
0
adeemsi jabaa oromoo laamshessuun diinagdee siyaasa sabichaa dadhabsuuf deemamu dhaabbachuu qaba
orm
0
qondaala olaanaa adda biliisummaa oromoo ta'e obbo gadaa gabbisaa guyyaa harra mana jireenya isaatti galaa jiruu magaalaa buraayyuu tika mootummaafi poolisiitiin butamuun dhaga'ame
orm
0
qondaalota adda biliisummaa oromoo gameeyyii dargaggoonni ji'oota muraasa hooggansaatti dhufan warreen gadaa gabbisaa lammii beenyaafi dawit abdataafaa hidhamuun paartichi humna haaraatiin hin utubamneef yaalii ijibbaataa mootummaan taasisaa jiru ta'uu agarsiisa haalichi xiinxala hayyootaas argateera
orm
0
oromiyaa miidiyaa neetwoork ummanni oromoo akkkuma bara dheengaddaa baranas irreecha finfinnee hora har sadillee deemee irreeffatu abdii guutuu qabna jedhan perezedaantiin waldaa maccaa tuulamaa obbo dirribii damisee
orm
0
oromoon akkkuma bara dheengaddaa baranas irreecha finfinnee hora har sadillee deemee irreeffatu abdanna jedhan perezedaantiin waldaa maccaa tuulamaa obbo dirribii damisee
orm
0
dhiibbaa sirnoota dabraniitiin irreechi qal'atullee oromoon tuulamaa galaan irratti ajjeefamaa irratti reebamaa irratti dhiitamaa irratti hidhamaa dhoksaadhaan irreeffataa dhalootaaf dabarses obbo dirribiin yaadachiisaniiru
orm
0
eenyummaan oromoo ifoomu tokkkummaan oromoo jabaatu aadaa abbootii teenyaa irratti cicichine gadaa deebifannee hojjenneedhas
orm
0
irreecha uummanni oromoo nagayaan irreeffatu gochuuf taattaaffin goonu fufa jedhaniiru perezedaantii waldaa maccaa tuulamaa ta'an obbo dirribii damisee
orm
0
oromoon cufti bakka tokkkoo ka'ee sagalee tokkkoon irreechaaf qopheessuu qabas
orm
0
oromoon malkaa finfinnee hora har sadiitti yaa waaqa bara ajjeechaan oromoo dhaabbatu bara hidhame hiikamu bara araaraa bara nagaa bara mirgi oromoo kabajamu godhi jennee malkaatti irreeffannee kadhannun abdadha yaada goolaban prezedaantiin waldaa maccaa tuulamaa obbo dirribii damisee
orm
0
paartiin izeemaa magaalaa finfinnee keesaatti manni murtii afaan oromootiin tajaajilu hin qabu mana murtii federaalaatti iyyate
orm
0
paartiin izeemaa mootummaa biyya bulchu waliin walitti dhuffeenya gaarii qabu magaalaa finfinnee handhuura oromiyaa taatee tajaajilli afaan oromoo kennamuu hin qabu jechuunsaa mufachiise dhalattoonni oromoo finfinnee oromiyaa miidiyaa neetwoork himaniiru
orm
0
hidhamtoonni siyaasaa oromoo mana hidhaa qaallittii zoonii ffaafi ffaa diddaa nyaata lagachuu fufuu maatiin oromiyaa miidiyaa neetwoork himan
orm
0
addatti hidhamtootni siyaasaa oromoo mana hidhaa qaallittii zoonii ffaa obbo jawaar mohammad obbo baqqalaa garbaa obbo haamzaa booranaafi shamsaddiin xahaa diddaa nyaata lagachuu dursanii eegalaniif guyyaa ffaa qaqqabuun hedduu miidhamanii jiraachuu maatiin oromiyaa miidiyaa neetwoork himaniiru
orm
0
hidhamtoonni siyaasaa oromoo mana hidhaa qaallittii jiran guyyaa kaleessa dhaddacha irratti sababa diddaa nyaata nyaachuu geggeessaa jiraniif beelaafi dadhabiitiif sagalee waakkkiifi amantii kennachuun himata isaanirratti dhihaate faccisuu hin dandeenye xalayyaatiin mana murtiif dhiheessuun yaadatama
orm
0
barattoota oromoo naannoolee amaaraa tigraayitti ramadaman ilaalchisee aktivistoonni oromoo maal jedhu gababaa eegaa
orm
0
addi biliisummaa oromoo ibsa baaseen badhaadhinaan abdii kutateef daa imman waraana bu hin qabneef bobbaasee yakka hamaa raawwachaa jira jira qeeqe
orm
0
qabsaa'aan mirga ummata oromoo sochii qabsaa'ota baalee gurra jabaa horate koloneel siraaj haaji isaaq sanbata darbe adol baale raayitutti du'aan addunyarraa boqatuun dhagahame
orm
0
koloneel siraaj haaji ishaaq gootota baalee jeneraal waaqoo guutuu jeneraanaal heseen bunee koloneel aliyyii cirrii kanneen biroo wajjiin ta'un qabsoo ummta oromoo tini'isaa turan
orm
0
akaakayyuun sheek ishaaq dadhii tarree jedhaman nama weerare minilik ummata oromoo harargee irratti banee saba ofiitiif gaachana ta'uun anoole irratti gooticha oromoo leenjisoo diigaa wajjiin ta'uudhan lolanii lolchiisaniidha
orm
0
oromiyaa miidiyaa neetwoork maatii koloneel siraaj haaji ishaaq tarreef ummata oromoo maraaf obsaafi jajjabina hawwa
orm
0
hawaasa oromoo magaalaa siyaatil koreen deegarsa oromiyaa miidiyaa neetwoork heddu galatomaa
orm
0
hidhamtonni siyaasaa oromoo mana hidhaa qaallittii diddaa nyaataa geeggeessaa jiran keessaa namni gaggabuun hospitaala seenan obbo jawaar mohammad obbo baqalaa garbaa hamzaa booranaa sadarkaa dubbachuu dadhabuu gahan abukaatoon hidhamtootaa obboo kadiir bulloo bilbilaan oromiyaa miidiyaa neetwoork himee jira
orm
0
hidhamtoonni siyaasaa oromoo mirgi ummata oromoo hidhamtootaa kabajamuu lagannaa nyaata jalqaban har guyyaa ffa gahani jiru
orm
0
gaafiin deebii argatutti hin sorannu jedhan hidhamtoonni siyaasaa oromoo “jiraannee salphina ummata keenyaa arguu dhumnee dhokachuu wayya ejjannoo jedhutti cichanii diddaa sirna bulchiinsa biltsginnaa irratti argisiisuu fufani jiru
orm
0
ilmaan oromoo qaama nageenyaa rib jirtan qabsoo ummanni oromoo ummatoonni biroo mirga hiree ofiin murteeffachuuf adeemsisaa jiran cinaa dhaabbattan gumii qabsoo oromoo gqo waamicha lammummaa dabarsa
orm
0
gumii qabsoo oromoo waamicha biyyoota ollaa ummata addunyaa jaarmayoota mirga dhala namoomaatiif dabarseen mootummaan federaala itoophiyaa mootummaan tigraay lola dhaaban dhiibbaa gootan gaafate
orm
0
hidhamtoonni siyaasaa haal duree tokkko hiikamanii mariin humootummaa oromiyaaota siyaasaa hundumaa hirmaachise qophaa filannoon haq qabeessi adeemsifamu gaafate gumii qabsoo oromoo ukkkaamsaa bakkkoota adda addaatti godhama jiru dhaabu dhiibbaa godhan gafate
orm
0
paartiileen siyaasaa oromoo gurguddaafi gameeyyiin lamaan jechuunis abo kfo'n ibsa haala ilaalchisuun baasaniin uummatni hooggantootasaa du'a jalaa oolfatuuf waamicha dhiheessan
orm
0
filannoo haqa qabeessaan oromoo ceesisuun diimokiraasii qabsiisuuf abdiin paartii keenyaatti qabnu coolligeera jedhu ibsi kfo rakkkoo guddaan uumameefi uumamuuf adeemu hin dhufin mootummaan dhimmicha furuuf watwaachaa turres haalota darban yaadachiisa
orm
0
hayyuun oromoo abbaan gaazexaa bariisaa barreessaa galmee jechootaa ulaagaa guuttate jalqabaa ta'an profeesar mahadii hamiid muudee biyya jiraachaa turan usa magaalaa columbus ohio du'aan addunyaa kanarraa boqatan
orm
0
profeesar mahaadii hamid muudee guddina afaan aadaa aartii siyaasaa miidiyaa oromoo hayyuu shoora olaanaa taphachaa turaniidha
orm
0
pirofeesaramahaadii hamid muudee hundeessaa gaazexaa afaan oromootiin duraaf bara maxxanfamuu jalqabe abbaa gaazexaa baariisaati gaazexaa irratti gulaalaa olaanaa ta'uun waggoota 'f hojjataa turaniiru
orm