label
stringclasses
4 values
text
stringlengths
2
4.21k
language
stringclasses
2 values
1
amaarri nama furdaa nama guddaa namummaa qabu tokkkos hin qabnaanne mirkaneesse
orm
1
amaara saba jedhamu wajjiin itoophiyaawwii jedhamanii yaamamuun nama jibbisiisa
orm
1
lammummaas ta'ee namummaa dhimma dhabaachuu ummata amaaraa haalaan hubatan nama taasisu
orm
1
uummanni gumuz sagalee dhabeessav cunqurfamaa hacuucamaadha
orm
1
itoophiyatti saba amaaraa jedhamuuf kabajni dachaan laatamee jiraachuu eeyyamni ajjeechaa qabaachuu hubatta
orm
1
balaac badii gumuziin irratti amaarri raawwatte addunyaa miti angaayootni mootummaas hin dhageenye
orm
1
oromoon jarattii amaaraa tanatti garaa jabaachutuu bilisa baasa
orm
0
dhiigaa dafqi ilmaan gammoojjitti cophu abadan oromoon hin cabu
orm
0
oromoon kannisa girrisa miti
orm
0
oromoon sodaatamaa mirga abbaa gonfata
orm
0
oromoon biyya tanatti tahe bineensi bosonaas hin jedhe jawaar muhaammad
orm
0
ulaagaan oromummaa ganda miti lagaas miti amantaas miti oromoo qofa
orm
0
oromoon waliin dhabe qaba irraatti wal dhabe hin qabu
orm
0
dallaan kamuu gaddisa oromummaa ittisee aduu saafaa hin rukkkuchisu
orm
0
oromoon dallaa amantaa gandaan ijaaran cabse hunda mo'ataadha
orm
0
oromoon gurmaa mo'a
orm
1
oromoon sadarkaa akkaa sangatti camadani lafaan qotan gayee jira salphinna
orm
0
biyya kanatti amaarri amaaraa hin ajjeestu hin qaltu
orm
0
tigreen tigree hin ajjeestu hin qaltu
orm
0
somaaleen somaalee hin ajjeestu hin qaltu
orm
1
gabaabumatti diqaalaan oromoo bakka biraa hin jiru
orm
1
tplf amaarri oromoon biyya diiga turan isaanumatu biyya diigaa jira
orm
0
oromoon takkaa biyyaa diigee hin beeku
orm
0
fuldurri itiyoophiyaa murtaa'uu qabu abiyyi saba amaaraa qofaan hin saba sablammoota biyyatti guutuudhani
orm
1
oromoon gaafa du'uu namuu hin dubbatu gaafa amaarri du'ee kirstaanni qalame jedhanii uu'uu jedhu
orm
1
oromoon ortodoksii yuuniversitii amaaraa bofatti mataa reebamanii ajjeeffaman suni
orm
1
har oromoo ortodoksii hoolatti qalamaa oolu kuni
orm
1
oftuulummaan amaaraa qilleensaa itiyoophiyaa summeessuu fuffeera
orm
1
oftuulummaan amaaraa qilleensa itiyoophiyaa summeessee saba sabalammoota waadduu akkkuma fufetti jira
orm
1
tigreenis dhuunfaa oromootti fayyadamti
orm
1
tigreen diina obbolaa keenyaa miti naafxanyaa tigreenis garaa garummaa hin qaban
orm
1
amaaraa tigreen nuf diina oromootii
orm
1
amaarri uummata oromoo muka ciran kanatti harkaa harma ciraa turan
orm
0
oromoos amaarri sanyiin minilik lafarraa fixuu hin dandeenye
orm
0
sanyiin uummata oromoo dabalaatuma deema
orm
1
nafxanyaa waaqa dhabama godhu
orm
1
waaqai balleessu nafxanyaa
orm
1
nafxanyaa waaqai balaa buusuu
orm
1
sirna fedaraalaa amaarri cabsuuf foolatu
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork ebla kitaabni oromoofi finfinnee jedhu darajjee bahaaruu margaatiin barreeffame harra eebbifame
orm
0
kitaabni darajjee bahaaruu margaatiin barreeffame seenaa gootota oromoo dhugaa oromoon finfinneerraa qabu qabatedha
orm
0
kitaabni finfinnee oromoo jedhu qabsoo bilisummaa aarsaa oromoon baase eeraas jedhame
orm
0
barreesaan kitaabichaa darajjee bahaaruu margaa seenaan uummata oromoo dabee barreeffamaa tureef qajeelchuufan kitaaba barreesse jedheera
orm
0
darajjeen hayyoonni oromoo seenaa oromoo barreessuurratti jabaatan waamicha dhiyeesseera
orm
0
kitaabni oromoo finfinnee jedhu fuula qabu seenaa dabaa waayee oromoo finfinneerratti barreeffamaa ture qajeelchuuf kaayyefatedha jedhame
orm
0
dhaadannoowwan arrabsoo tuffiin guyyaa kaleessaa hiriira amaaraatti gaggeeffame waliin jireenya ummattoota itiyoophiyaa irratti dhiibbaa guddaa qabaatuuf luugami godhamuu qabu jiraattoti godina gujii lixaa tokkko tokkko gaafatan
orm
0
oromummaan bu'uura hin buqqaane dhiigaa lafee oromoota qaqqaalii goototaan ijaarameef wacni kamiyyuu hin laaffisu
orm
0
oromoon akkkuma aadaa dubbii galte ilaameen hubachuun falachuu qabus dhaaman
orm
0
itiyoophiyaa oromoo sablammoota hundaaf mijattuu taate uumuuf oromoon tumsa gochaa ture fufsiisuurraa duubatti hin deebi'u
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork ebla kitaabnii eenyummaa seenaa oromoo irratti xiyyeeffatuu barreessaa taaboor waamiin barraa'es eebbifamaa jira
orm
0
kitaabnii taaboor waamiin seenaa oromooratti baldhinaan xiyyeffatuufi siyaasaafi diinagdeen gaheen oromoon ijaarsa biyyaa qabu ibse ta'uu barressaan kitaabichaa taaboor waamiin himaniiru
orm
0
dhaloonnii haaraan seenaa sirritti adda baasee hubachuuf dubbisuu qaba
orm
0
mariin 'ijaarsa biyyaa adeemsa mootummaa dimokiraatessuu itiyoophiyaatti gahee oromoo' jedhu irratti xiyyeeffate finfinneetti taa'amaa jiru akkkuma fufetti jira
orm
0
oromoon ijaarsaaf daboo wal waaammata diiguufis miti
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork ebla ummata oromoo duudhaa qabuun sabaaf sablammoota ofitti hammate jiraatu ijaarama itiyoophoyaa qooda olaanaa qabu xureessuun hiriira amaaraatti gaggeeffame balaaleeffatan ta'uu jiraattoonni magaalaa sabbataa ibsan
orm
0
ummanni oromoo hammataa ta'ee sabaa sabalamoota waliin jiraachaa jiru hiriira amaaraatti finxaaleeyyiidhaan qophaa'e irratti dhaadannoowwan ummata oromoo gadi qabaman dhagahaamuun mufachise ta'uu ibsan
orm
0
yerootti addunyaa tokkko ta'aa jirutti abo shanee duudhaa aadaa waliin jireenyaa oromoon baroota dheeraaf qabu dhiisuun qoqqodinsi oromoo saba biraa gidduutti uumamu gochaa jiruuf dammaqinaan irratti qabsaa'uu qabna jedhan gaafatamaa waajira karooraa misooma diinagdee godina horroo guduruu wallaggaa obbo rattaa tafarraati
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork rakkkoo gabaasuu qofa hin rakkkoo ummataa furuufis aadaa buusaa gonofaa oromoon qabu hojiidhaan mul'isuun dhiyeenya lammiilee sababa garaa garaatiin qe'ee qabeenyasaaniirraa buqqa'an baasii birrii miiliyoona baasuun deeggarsa kenneera
orm
0
biyya itiyophiyaa ijaare ummata oromoo ta'ee jiruu oftuultoonni sirna bittaa ummata guddaa keessummaa godhuuf yaaliin taasisan sirri miti
orm
0
oromoon akkkuma kaleessa biyya ijaaree
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork oromoon daldaluun hin danda'amu oromoo ceesisuuf tokkkumaatu barbaachisa jedhan dooctarabiyyi ahmad
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork hiriirri leellistoota nafxanyaan amaaraatti yaamame aggaammii biyya diiguuti jedhan hayyoonni yuunivarsiitii bulee horaa
orm
0
oromoon burjaajjii didiqqoo dhiisee akkkuma kaleessaa biyya jabduu ijaaruu qofa irratti hojjachuun tokkkummaa cimsuu qabu
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork dargaggoonni godina iluu abbaa boor injifannoo qabsoo wareegama lubbu qeerroo qarree oromoon waggoota sadiin argame hundaan tikfachuun sadarkaa ittaanuttii ceesissuuf gahee baana jedhan
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork mudde itiyoophiyaa siyaasaan ceesisuuf oromoon aadaa marii waldhageettii ganamaatti deebi'uu qaba jedhame
orm
0
oromoon laafaa jabeessuun jabaa qabatee deemuu qaba jedhan obbo diqqaa baarentuu noorway
orm
0
oromoon jarjaraa gula fiiguu hin qabnes dhaamaniiru
orm
0
oromoof qabsoofna duudhaa faallessu hojjechuun sirrii hin dubbataniiru
orm
0
wal abaaruu oromummaa wal mulquun aangoon argamu hin jirru
orm
0
miseensi abo shanee sakatta'iinsa to'atame yaada kenneen oromoon ofiin walitti galtee wal ajjeesuun aadmale jedha
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork sirni federaalizimii itiyoophiyaa oromoon qooda guddaa qaba
orm
0
oromoon aadaa wal danda uufi waliin jireenyaa qabuun wanta qabu waliin qooddachuun jiraachuun beekama
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork dokumantiin maastar pilaanii finfinnee bifa haaraan hojiirra ooluufi jedhamuun miidiyaa hawaasaa naanna jiru bara ti qabsoo oromoon awwalame komishiniin pilaanii magaalaa finfinnee beeksise
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork irreechi araara waaqarraa barbaadamuu galata uumaaf galchan taheef oromoon wal dhabdee wal shakkkii qabu kamuu furachuun irreecha baranaa irratti hirmaachuu qabu abbootiin gadaa abbootiin amantaa jaarsoliin biyyaa dhaaman
orm
0
godina magaalaa asallaatti amantaatiin wal shakkkii oromoo sikkkoo mandoo maccaa tuulamaatti bara tti shira xaxxootaatiin uumamee ture akkaataa sirna gadaatiin araarri bu'eera
orm
0
bulchiinsa magaalaa asallaatti bara amantaa dawoo godhachuun namootni tokkkummaa oromoo hin feene shira xaxaniin hokkkarri kahu tahuun lubbuun namaa qabeenyi baduun yaadatama
orm
0
oromoon saba guddaa
orm
0
oromoon sabboonummaa halkanii guyyaa hojjetee mul'isuu qaba pireezidaantii aanaa mootummaa oromiyaa obbo shimallis abdiisaa
orm
0
oromoon tokkkummaa biyyaa ijaaruu gaheen qabu olaanaa ta'uu ibsan obbo musxafaan jiraattoonni aanichaa magaaluchaa sabaa sablammoota waliin jiraatan wajjiin jaalalaan jiraachuun
orm
0
paartii badhaadhinaa cinaa dhaabbachuun gahee oromoon ijaarsa biyyaa qabu dhugoomsun qooda eeggamu bahachuu qabdus dhaaman
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork ado injifannoo qabsoo ummata oromoon argame riiformii eegalame cimsanii fufisisuuf kutannoon hojjechuu gaafata jedhame
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork dhaabbileen oromoon gurmaa'an biyyatti deebi'an dhaamame
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork sirna gadaa oromoon ittiin walbulchaa turan keessaa daballeen duraati jedhame
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork irreechi hora finfinnee gaarii oromoon qabu mullisu waldaan dubartoota oromoo kutaa magaalaa qirqos kutannoon hojjenna jedhan
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork ado manneen barnootaa magaalaa finfinnee hundatti barnoonni afaan oromoon kennamuufi
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork injifaannoon siyaasaa uummata oromoon argame nageenya oromiyaa biyyattiitti dhuffeef bu'uura
orm
0
ayyaanni irreechaa dhugumaan ayyaana galateeffannaa jaalalaa nageenyaa araaraafi dhiifamaa tahuusaa oromoon agarsiiseera
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork fulbaana ummata oromoo maraan baga irreecha bara n nagayaan geessan jedhan yaa'iin caffee oromiyaa aadde loomii badhoo
orm
0
irreechi agarsiiftuu eenyummaafi duudhaa oromoo ganamaati madda jaalalaa waliin jireenya ummattootaafi sirna galateeffannaa uumaatis jedhan
orm
0
oromoon malkaatti bahee uumaa wayita galateeffatu uumama waaqaan badhaase marga jiidhaafi keelloo daraaree boru firii godhatuun birraa barii malkaatti bobba irreeffata
orm
0
oromoonni waggoota dheeraan malkaawwan dhiyoo jiranitti akkaataa walitti dhiyeenya irreeffachaa turan seenaatu ragaa bahas jedhan aadde loomiin
orm
0
injifannoon oromoon dhawataan galmeessaa dhufe dhaabbate hin qabsoo hadhaawaa ummanni tokkkummaan taasiseen oromoon ganamaa dhiibametti deebi n handhuura oromiyaafi teessoo mootummaa taate hora finfinneetti saboota sablammootaafi ummattoota obbolaa waliin xiiqiin bahee irreeffachuun injifannoo dabalataa galmeessuun yaadannoo tokkkooti
orm
0
oromoonis irreecha irreechis oromoo hin miidhagu
orm
0
irreechi oromoof guyyaa galataa qofa hin waltajjii eenyummaan aadaan seenaafi duudhaaleen oromoon qabu leellifamuufi addunyaatti gurguramudhas
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork mud uummanni oromoo bilisummaa argateen fayyadamummaa diinagdeen gahoomsuu qaba jedhan ministirri muummee dooctar abiyyi ahmad
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork adooleessa ummanni oromoo miseensonni caffee dhimmi beekuu qaban gaaffiin oromoon gaafachaa ture tokkkollee hin deebi'iin hafu hin jiru
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork fulbaana irreechi baranaa akkaataa murtii abbotii gadaa oromoon qofa kabajamuu qabu walitti qabaan gamtaa abbootii gadaa oromoo abbaan gadaa gujii jiloo maandhoo hayyuun yaa dhallanaa bokkkoo gannaalee dhaaman
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork onk oromoon jedhu hundaaf sababa qaba haqaan deemufis milkaa'a mee yaada pirezedaantiin aanaa mootummaa oromiyaa obbo shimallis abdiisaa ji'oota muraasaan dubbatan caqasaa
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork oromoon bakkaa malu argatuuf waldhageeffachuun eeggama jedhan pireezidaantii mootummaa oromiyaa obbo lammaa magarsaa
orm
0
afaan oromoo barsiisuun oromiyaarra darbee naannolee birootti eegalame hoogganaan biiroo barnootaa oromiyaa dooctar tolaa bariisoo himaniiru
orm