label
stringclasses
4 values
text
stringlengths
2
4.21k
language
stringclasses
2 values
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork muddee oromoon ona majeeffate keessaa godaanee ona ufiin abuuratetti qubatu wal jalaa hin hafu jedhan maanguddootni booranaa
orm
0
sabbonumman oromoo oromoon kakkaachuu miti hadhaa oromoo gaddadoo jiraattu abdii horuudha
orm
0
sabbonummaan gochaa uummata burjajjessu miti carraa eeggachuu miti carraa jiru hundatti fayyadamun uummataf hojjechudha
orm
0
oromummaan biraa firoomsuun ofitti qabuudha biraaf gaaddiisa uudha warreen diinaa nageenya keessaa baasuun nageenya qaamoolee nageenya waliin mirkaneessu danda qaba jedhan pireezidaant shimallis abdiisaa
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork uummanni oromoo ofiin bulchaa jiru sirni durii deebi jira burjaajii uumuun gonkumaa fudhatama hin qabne jiraataa ameerikaa obbo roobaa ahimad himan
orm
0
oromoon ijoolleesaan hoogganamaa
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork uummanni oromoo amaarri wal lolee hin beeku waliin jiraachaa ture jedhan abbootiin amantaa marii nageenyaarratti hirmaatan
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork obbolummaan amaaraa oromoo siyaasa shiraatiin hin diigamu
orm
0
rakkkoo nageenyaa amaaraa godina addaa oromootti mudateen miidhaa ukfaataan lubbuu qabeenya lammiilee nagayaa gahuu hubannee jirra
orm
0
ummanni amaaraa ummanni oromoo obboleeyyan bara rakkkoo baldhinaa ta'uu paartiin badhaadhinaa oromiyaa hubata
orm
0
amaaraa godina addaa oromoo haleellaan hidhattoonni naannichaa saba oromoo irratti raawwataniin lammiileen nagayaa danuun ajjeefaman qabeenyi guddaanis saamichaa gubataaf saaxilameera
orm
0
hidhattoonni mootummaa amaaraa lammiilee meeshaa maleeyyii ajjeesuun jaarsota araara lallaban ajjeesuun manneen jiraattotaa gubanii dubartii daa'imman balaaf saaxiluu madoo yaalaaf deeman ajjeesuun yakka waraanaa ummata oromoo walloo irratti raawwataniiru
orm
0
kabajamaa ummata oromoo daandiin har dhufne qoreedhaan guutame us qormaanni dhiyoo asitti keessummeessaa jirru hedduu wal xaxaa hammaataa
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork ebla oromummaa balleessuun aduu afuufanii dhaamsuuf yaaluudha jedhame
orm
0
oromummaa diiguu itiyoophiyaa diiguu ta'edha abbootiin gadaa ibsan
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork ebla bultii waltajjii marii ummata oromoo amaaraa
orm
0
waltajjii marii ummata oromoo amaaraa guyyaa booruu godina shawaa lixaa maagaalaa ambootti geggeeffamu irratti hirmaachuuf jiilli pireezidaantii mootummaa amaaraa dr ambaachaw mokonniniin durfamu magaalaa amboo seenu simannaan ho'aa taasifameeraaf
orm
0
marii obbolummaa ummata oromoo ummata affaar adaamatti gaggeffamaa jiruurratti argamaan pireezidaantii aanaan mootummaa oromiyaa obbo shimallis abdiisaa hariiroon ummata oromoo affaar waggoota dheeraaf turee baayyee waliin qooddatan ta'uu himaniiru
orm
0
ummanni oromoo affaar ummata gammachuu gaddaa tokkkuumman waliin jiraata ture jedhan obbo shimallis waaggoottan kurnaan darbaaniif ummata jaalalaa tokkkummaan jiraacha ture ta'uu himan
orm
0
affaar nagaa hin itiyoophiyaan nagaa hin danda ta'eef nagaa tasgabbii naannichaaf waliin hojjechuu qabna jedhan
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork aktiivistoonnii ogeeyyiin miidiyaa oromoo amaaraa marii taasisaniin ibsa ejjennoo abbaa qabxii kudhanii baafachuun nageenya biyyaarratti waliin hojjechuuf waliigalan
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork waliin jireenya uummata amaaraa oromoo cimsuuf waldhabdee jiru mariin hiikuun murteessaadha jedhan ministirri muummee dooctar abiyyi ahimad
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork tokkkummaa uummata oromoo amaaraa cimsuuf hojjetamaa jira jedhame
orm
0
baroota hedduuf obbolummaafi tokkkummaa ummatoota oromoo amaaraa fuffee jiru cimsuudhaan badhaadhina itiyoophiyaa milkeessuuf wal tumsuun hojjeetamu pireezedaantiin mootummaa oromiyaa obbo shimallis abdiisaa ibsan
orm
0
walitti dhuffeenyi oromoo amaaraa seenaa dheeraa qabuu haala kamiinu ummatoota addaan bahuu hin dandeenyeedha
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork paartileen ummata oromoo amaaraan gurmaa'anii socho waliin hojjechuuf walii galan
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork ummanni oromoo abbaan injifannoo kaleessaa injifannoo haaraa galmeessuuf fuula keenyaa tokkkummaan nagaa diinagdeetti fuuleffachuu qabna jedhan ministirri muummee dooctar abiyyi ahmad
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork uummanni oromoo amaaraa wal hin lollee shira siyaasaa miidiyaatuu uummata jeeqaa jira jedhan hirmaatoonni konfaransii nageenyaa uummata oromoo amaaraa fnfinneetti aame irratti hirmaatan
orm
0
oromiyaa broodkaastingi neetwoork onk hawaasni oromoo biyya alaa jiraatan iddoo seenaa harmaa harka muraa aanolee daawwatan
orm
0
oromoonni kunneen iddoo seenaa sirni miniliik oromoo harmaa harka mure daawwachuun seenaa suukkkaneessaa afaanii barreeffamaan dhagahaa turan qaamaan arguun seenaan fokkkisaan akkasii lammata ummata oromootti hindeebineef hojjannuu addunyaattis himnuuf gargaara jedhan
orm
0
finfinnee bitootessa faanaa broodkaastingi korporeet dimokraasii dhugoomsuuf qabsoofnef daangaa seeraa namuu yaada bilisaan ibsachuun sirriidha jedhe oromoo demokraatiik paartiin odp
orm
0
mirga oromoon finfinnee qabu ilaalchisee sagaleen dhag'amaa jira
orm
0
mirga oromoo kabachiisuun mirga saba biraa sarbuu miti
orm
0
oromoon mirga kabachiifatuuf hayyama namiituu hin barbaachisu
orm
0
oromoof hunda tokkkummaatu tola
orm
0
oromoon sirni ammayyaa hin dhufiin sirna siyaasaa diinagdee hawaasummaa ittiin gaggeeffatu mataasaa qaba
orm
0
qabsoon kaleessa gootota oromoon finiine harra misooma eera obbo shimallis
orm
0
finfinnee faanaa broodkaastingi korporeet preezdaantiin mootummaa oromiyaa obbo shimallis abdiisaan qabsoon kaleessa gootota oromoon finiine harra misooma eera jedhan
orm
0
hayyoonni oromoo waltajjii marii gaggeessaniiru
orm
0
finfinnee faanaa broodkaastingi korporeet waltajjiin marii gumii balal marsaa ffaan mata duree 'dantaa oromoo horata hawaasummaa jijjiiramaaf' jedhuun waajjira preezdaantii bulchiinsa mootummaa oromiyaatti ta'ameera
orm
0
jijjiirama biyya dhuffeef gaheen hayyootaa dargaggoota oromoo olaanaa
orm
0
tarsiimoon biyyattii ture dantaa bu'uuraa uummata oromoof daandii bane hin turree jedhaniiru
orm
0
abbaa jijjiiramichaa ta'e uummata oromoof dantaa kabachiisuun guddina siyaasa diinagdee uummatichi fayyadamaa hojjechuun barbaachisaa ibsaniirui
orm
0
kitaabnii eenyummaa seenaa oromoo irratti xiyyeeffatuu barreessaa taaboor waamiin barraa eebbifame
orm
0
finfinnee faanaa broodkaastingi korporeet kitaabnii eenyummaa seenaa oromoo irratti xiyyeeffatuu barreessaa taaboor waamiin barraa'e eebbifameera
orm
0
kitaabni oromoo finfinnee jedhu darajjee bahaaruu margaatiin barreeffame harra eebbifame
orm
0
gaazexeessitoonni afaan oromoo dimtsa wayyaanee ummata dhiifama gaafatan
orm
0
finfinnee faanaa broodkaastingi korporeet gaazexeessitoonni afaan oromoon dimtsa wayyaanee dw international irratti hojjetaa turan ummata dhiifama gaafatan
orm
0
oromoon biyyaatti duula aduuwaa qofaan gootummaa mul hin har tigiraayitti abut awwaalu godina qellem wallaggaatti shiftoota ergamtoota abut dhumaaf ballessuuf mootummaan olaantummaa seera kabachiisuf hojjechaa jira jedhan
orm
0
waldhabdee oromoo jiru hiikuuf sirni gadaa filannoo jalqabaa qaba abbaa gadaa goobana hoolaa
orm
0
finfinnee fcb sirni gadaa qabeenya oromoo darbee qabeenya addunyaat jedhaan walitti qabaan gumii abbootii gadaa abbaan gadaa tuulamaa goobana hoolaan
orm
0
oromoon waliisaa gidduutti walitti bu iinsi uumamee mitii orma waliinuu rakkkoon uumame akkataa furu beekuuf miiyyuu sirna gadaa hordofuu qaba jedhan abbaan gadaa tuulamaa
orm
0
walitti bu iinsi obboleeyyan lamaan ittuu karrayyuu gidduutti uumamee guyyaa kaleessaa akkaataa sirna gadaatiin bakka abbootiin gadaa oromoo godinaalee oromiyaa garaagaraa qaamooleen nageenya aanga oonni mootummaa argamanitti aanaa fantaalletti araara argateera
orm
0
muummeen ministira dooktar abiyyi kabajamaa hammataa ummata oromoo hunda baga guyyaa kabaja ayyaana guddaa galateeffannaa jaalala qulqullummaa nageenyaa dhiifamaa araaraa aantummaa namoomaa lallabamu dhugoomu nagaan geessa baga gammaddaan jedhaniiru
orm
0
irreechi sonawwan sirna gadaa keessaa mallattoo nageenyaa tokkkummaati
orm
0
sirni gadaa qabeenya guduunfataa ummata oromooti
orm
0
irreechi calaqqee oromummaa keessaa miidhagaa hirmaachisaadha
orm
0
oromummaan harra dhaabbatanii egeree ijaaruudha
orm
0
oromoon waldhabdee kamiiyyuu gorsaafi mariin furuu filata
orm
0
irreechi mallattoo oromummaa keenyaati qabiyyiyee ijoo ergaa dooktar abiyyi ahimad ayyaana irreechaa sabeeffachuun dabarsan
orm
0
finfinnee faanaa broodkaastingi korporeet fedhii faayidaa oromoo kabachiisuuf waliin tarkaanfachuun murteessadha jedhan jaal daawud ibsaan
orm
0
hayyu dureen abo miseensi gaaddisa hoggansa oromoo jaal daawud ibsaan baga irreecha wareegamaan argame geessan jedhaniiru
orm
0
irreechi nagayaan xumuramu ummata oromoo saboota kaanifis waamicha dhiyeessaniiru
orm
0
finfinnee faanaa broodkaastingi korporeet abbootiin gadaa haadholiin siinqee guyyootii araaraa shan labsan
orm
0
abbootiin gadaa haadholiin siinqee kaleessaa eegalee guyyootii kadhannaa araara waaqaa labsan
orm
0
abbaa gadaa goobanaan oromoon aadaa duudhaasaa tikfachuuf durbi buqqee duudaa baattee jaartii cifireen marga jiidhaa qabattee jaarsi cifireen horooroo qabatee dargaggeessi waanjoon waanjee waaqa araara gaafachaa tureera jedhan
orm
0
shira kaayyoo diinaa alaa qindaa oromiyaa ummata oromoo irratti agaamamaa jiru deeggarsa ummataatin hin milkaa hafee
orm
0
nyaata aadaa oromoon keessummaa simatuu cidhaa ayyaanaa qopheessu keessaa cuukkkoon tokkkodha
orm
0
finfinnee faanaa broodkaastingi korporeet oromoon injifannoorraa injifannoottii ce jiraachuu aanaan preezdaantii mootummaa oromiyaa obbo shimallis abdiisaan ibsan
orm
0
oromoon sadarkaa injifannoo tokkkorraa aanutti cee'aa jiraachuuf irreechi finfinneetti barana kabajamu calaqqeedha
orm
0
oromoon irreecha finfinnee handhuura isaatti sabaa sablammoota ummattoota biyyattii waliin kabajuun injifannoo ulfina malus
orm
0
ayyaanni ireechaa kabajnu dudhaa eenyummaa oromummaa hoomtuu daangessuu hin dandeenye mul atuu uus himaniiru obbo shimallis
orm
0
oromoon ayyaanaa irreechaa irratti hirmaatu uffata adaa oroomootin faayamuu qabu jedhan
orm
0
finfinnee hagayya faanaa broodkaastingi korporeet hayyoonni oromoo magaalaa finfinneetti mari'atan
orm
0
dhaabbileen siyaasaa oromoo waltumsanii deeman walsakaalun kufaatii jabaa fida jedhan obbo leencoo lataan
orm
0
obbo jawaar isaanitiin adeemsa qabsoo oromoorratti barreeffama gabaabaa dhiyeessuun kallattii fuula duraa akeekaniiru
orm
0
oromoon walooman tumsamee walsakaaluu keessaa ba'uudhan ofiifis cee'ee biyyas ceesisuu qaba jedhan
orm
0
oromoon tokkkummaasaa cimsee deemnan hundaan bakka yaadu qaqqabuu danda'a
orm
0
aadde loomiin oromoon seenaa saboota sablammootaafi ummattoota ollaa isaafi keessoo jiraatan waliin nagaafi jaalalaan ofitti haammatee waliin jiraachuufi jiruufi jireenya hawaasummaa adda addaa waliin gaggeeffachuun duudhaa waliin jireenyaa bara dheeraa qaba jedhaniiru
orm
0
anis ta'e paartin wareegamaa qabsoo oromoo haaluu hin barbaannu jedhan obbo addisuu araggaan
orm
0
odpn injifannoo oromoon argate ummata waliin ta'ee kunuunsaa
orm
0
abo shanee gocha sukkkanneessaa lubbuu namaa qabeenyaa jiru aadaa safuu oromoo faalleesuu eef balaaleeffanna
orm
0
oromoon aadaa wal danda uufi waliin jireenyaa qabuun wanta qabu waliin qooddachuun jiraachuun beekama
orm
0
paartileen siyaasa aktiivistoonni oromoo tokkkummaa saba keenyaa cimsuuf wal deeggarree waliin hojjeechuu qabna hundaa wal dhaggeeffachuun murteessadha
orm
0
jaarmiyaaleen ummata oromootiin qabsa'aa turtan biyyaatti deebitan waliin qabsaa'uufi waliin hojjechuuf seena qabeesaa argachuu obbo lammaan ibsaniiru
orm
0
wallaansoon hiyyummaa moohachuuf goonu aadaaf duudhaa oromoon hammachuun beekkkamu dagaagsa
orm
0
beenishaanguul gumuuzitti barnoonni afaan dhaloota afaan oromoon laatamaa jiru lammiileen afaan isaaniin barataniif carraa uumedha dooktar alamuu simee
orm
0
dooktar alamuu simee wayita beenishaanguul gumuuzitti barnoonni afaan dhaloota afaan oromoon laatamaa jiru lammiileen afaan isaaniin barataniif mirga mirkaneesse tahuu ibsaniiru
orm
0
finfinnee hagayya faanaa broodkaastingi korporeet oromoon aadaa duudhaa gadaa boonsaa ganamaatin biyya ijaaree dhaloota dhaalchisuun kaayyoo jedhe mootummaan oromiyaa
orm
0
galmi sabboonummaa oromummaa nageenya misooma biyya walqixxummaa guddinni biyyaa sabaa sablammootaa mirkanaa'e ijaarudha
orm
0
oromoon hogganaasaa jaalatu siinqee hulluuqsiseet gaachanaa eeboo kennaaf
orm
0
oromummaan hammattummaadha
orm
0
oromoon biyya bulchuu dandahu hojiin agarsiiseera oromoon deeggarsa kamiiniyyuu ilmaan abbaa gadaa faana dhaabanna
orm
0
ayyaanni irreechaa dhugumaan ayyaana galateeffannaa jaalalaa nageenyaa araaraa dhiifamaa tahuusaa oromoon agarsiiseera
orm
0
oromoon barnooota ammayyaa qaroomina har addunyaan fiixee beekumsaa ittiin yaabbate hin qabaatin sirna bulchiinsa walxaxaafi qorannoo waggoota hedduu fudhachuu danda jiruufi jireenya namaa hedduudhaan gurmeessee hogganu sirna gadaa demokraasii dhugaatiin wal bulachaa dhuffee jira
orm
0
oromoon sirna gadaatin buluu bulchachuu eegalee dhaloota kiristoosiin abbaa gadaa goobanaa hoolaa
orm
0
irreecha hora finfinnee hora harsadii bara kabajamuuf qophiin xumuramuu gumiin tokkkummaa abbootii gadaa oromoo beeksise
orm
0
oromoon aadaa saba biroo akkkuma jaallatuufi kabaju saboonniifi sablammoonni biyyattiis ayyaana oromoo waliin ta'uun kabajataniif waamicha dhiheessaniiru
orm
0
sirni gadaan akkaata oromoon jireenya hawaasummaa diinagdee siyaasa aadaa duudhalee qabu hunda ittin gaggeeffatudha
orm
0
abbaan gadaa gujii walitti qabaan gamtaa abbootii gadaa oromoo akkaataa ayyaanni irreechaa kabajamu irratti bakka bu'oota hawaasa godina gujii lixaa waliin mari'ataniiru
orm