label
stringclasses
4 values
text
stringlengths
2
4.21k
language
stringclasses
2 values
0
pirofeesaramahaadiin baroota 'moota funyaan sirna nama nyaataa taa'uun hojiilee hayyootaa kanneen afaan oromoo irrati dalagaman bal'inaan xinxalluun qorannaa qubee afaan arabaa gi'iizi laatini irratti gaggeessudhaan qubeen laatini afaan oromoo ittiin qubeessuuf mijaawu ta'usaa mirkaneesse
orm
0
qabsoo bilisummaa ummata oromoo gahee guddaa gumaachan obbo bushuraa uloo addunyaa boqotan
orm
0
obboo bushuraan nama sabboona bilisummaa ummatta oromootiif gumaacha guddaa taasisan namoonni seenaa beekan dubbatu
orm
0
bara aadaafi afaan oromoo garmalee hacuucammaa turetti bushuraa uloo sirboota aadaa oromoo warabaanii walti qabuun kuusaa turan
orm
0
bushuraa uloo lola diddaa gabrummaa oromoonni mootummaa dargii iraatti geggeesse gootummaan qooda fudhachuudhaangahee oromummaa bahaniiru
orm
0
obbo bushuraa uloo qabsoo bilisummaa abon gaggeeffamaa ture hirmaannaa guddaa qaban ibsamee jira
orm
0
obbo bushuraa uloo bara chaartaraa general waaqoo guutuu qabsoo fufuuf somaliyaa imaaluun shoora sabboonaa oromoo tokkko eegamu qabsoo oromoof gumaachaniiru
orm
0
qeerroon godina shawaa bahaa aanaa zuwaay dugdaa magaalaa maqii barattoonni oromoo hammaataa kanatti amaaraa tigraay deemanii barachuu hin qabne dhaaman
orm
0
danda'ametti mootummaan oromiyaa barattoonni oromoo oromiyaatti barataniif haala mijjeessu qaba
orm
1
weerarri oromoota walloo qonnaan bultootaa horiisee bultoota irratti baname cimee fuffeera
orm
1
jiraataan aanaa baatee dubbifne tokkko ibsetti humni ergama diinummaa oromoo qabu daangaa darbuun gandoota habilaaloo booraa qal'aa odaa jedhaman ibiddaan gubeera
orm
0
ammaa haalli oromoonni walloo jiran baayyee yaaddessaa tahuu hime
orm
1
murni humnaan biyyattii bulchaa jiru oromummaa lafarraa balleessuuf abo qabatee karra saaqaa jira
orm
0
haalli hidhamtoota siyaasaa oromoo mana hidhaa qaallittii hedduu yaaddessaafi yaachisaa ta'uu himan qeerroowwan godinaalee oromiyaa garaa garaa uummatni oromoo golee arfanirraan jiru dammaqaa ta'uun hayyootasaa waliin tokummaatiin qabsaa'uu qaba dhaamsa wal fakkaataa dabarsaniiru
orm
0
matakkalitti poolisiin humna addaa amaaraafi waraanni mootummaa ilmaan oromoo dararaa jiraachuu jiraattonni himan
orm
1
godina matakkal aanaalee garaagaraa hawaasni oromoo sababa oromummaa qofaaf 'shanee' jedhuun qaamolee nageenyaa mootummaatiin miidhaaf saaxilamaa jiraachuu oromiyaa miidiyaa neetwoork himatan
orm
0
mallattooleen eenyummaa oromummaa finfinnee magaalota oromiyaa biroottis babal'achuu qabu
orm
0
simannaan gootota oromoo mana hidhaa mootummaa wayyaanee gadi lakkkifamaniif taasifamaa jiru haala hoo'aan cimee fuffee jira
orm
0
ilmaan oromoo sababa oromummaa qofaan mana hidhaa mootummaa itiyoophiyaatti guuramanii dararamaa jiran keessaa qabsoo hawaasaatiin namoonni muraasni gadi dhiifamuun yaadatama
orm
0
gootota mana hidharraa gadi lakkafaman ummanni oromoo oromiyaa magaalota garaatti simannaa adda addaa godheefii hamilee jajjabeessuurratti argama
orm
0
amajjii dilbata dhufu godina shawaa lixaatti gootota mana hidharraa hiikaman hayyuu oromoo dooctarmararaa guddinaa simannaan hoo'aan magaalaa amboo staadiyeemii magaalattiitti geggeeffamuuf haal dureen xumuramee jiru maddeen ifa godhaniiru
orm
0
jaalalaa gammachuu hiikamuu dooctarmararaa guddinarraa ka'uun jiraattonni godina shawaa lixaa magaalaa gincii gurmaayanii kennaa addaa gogaa leencaa anfarroo wajjiin eeboo gaachana qopheessanii hayyuu oromoo laachuuf qophii xumuruu beeksisan
orm
0
ilmaan oromoo qabsoo saba isaaniitiif dhama'an humna tikaa mootummaa irree itiyoophiyaatiin ukkkaamfamuun kanneen mana hidhaatti gataman kumoota hedduudha lubbuu qaalii dhabanii seenaan awwaalames danuudha
orm
0
miseensa kfo ta'e huseen quuqama oromummaa qabuun hawaasa oromoo kakaasuun qabsoo nagayaatiin ummata dammaqsaa tureera
orm
0
hayyuun oromoo dooctar rufaa'el disaasaa gaafa mana hidharraa bahuun naqamtetti deebi'an simannaan hoo'aan taasifameef ashabbir onshoo qeerroo ambootiin dabaalamu taaddasaa nagawootis haaluma wal fakkaatuun qeerroof qarreen jaarsaaf jaartiin manatti hin hafin gootota simatanii jiraachuun oduu dabreen gabaasuun yaadatama
orm
0
ilmaan oromoo badii tokkko oromummaa qofaan yakkamanii kanneen murtiin dabaa shiraa irratti darbuun hidhaan waggoota dheeraa umurii guutuu murtiin du'aa irratti darbee turee kanneen manneen hidhaa woyyaanee dararaan hamaan gahaa ture keessaa muraasni tibbana gad lakkkifamuun yaadatamuudha
orm
0
tplf keessumaa saboota gurguddoo lameen ummata oromoo amaaraa gidduutti dheeraaf ilaalcha diinummaa facaasaa tureeraa
orm
0
walitti dhuffeenyi obbolummaa naannolee oromiyaa amaaraa gidduutti cimaa dhufe aanga'oota tplf'n hirriba dhorkeera
orm
0
barattoonni oromoo kanneen yuunivarsiitiwwan amaaraa argamanitti baratanii haleellaan hamaan gahe baranas achi deebi barachuu qabu seerri bahe barattoota oromootiin mormamuu fuffee jira
orm
0
'waaqai ummata oromoo abdadheen biyya kanatti deebi'e jawaar mohammad
orm
0
qabsoo hadhaa dargaggoonni taasisan kanaanis keessumaa qeerroofi qarreen oromoo kumaatamatti lakkaa aman wareegamuun dooktar abiyyi aangootti fiduunsaanii seenaa yerooti
orm
0
“daldaltoonni oromoo walitti dhufanii fayyadamaniif hojjetaa jirra” aadde saaraa hasan adam
orm
0
mana maree daldalaafi dameesaa finfinneefi naannawaashee daldaltoonni oromoo walitti dhufanii carraa jirutti fayyadamaniif hundaa jiraachuun ibsame
orm
0
walittiqabduu ittaantuun boordiifi hoggantuun damee beeladaa mana marichaa aadde saaraa hasan adam gaafdebii gaazexaa bariisaa waliin tibbana taasisaniin daldalaan oromoo damee kamirrattiyyuu bobba jiru daldaltoota baay fiduun galmaa miseensa mana marichaa fayyadamuu danda jedhaniiru
orm
0
manni marichaa undaa daldalaan oromoo walitti dhuffee muuxannoo walirraa fudhatu carraa jirutti fayyadamu ciminasaatiin hojjechuu danda uufi fuulduraaf mana maree daldalaa federaalaa wajjinillee tokkkoomuu danda uus ibsaniiru
orm
0
godina shawaa kaabaatti dargaggoonni bulchiinsa magaalaa fiicheefi aanaa giraar jaarsoo ta'an leenjii shubbisa aadaa ormoorratti leenjii'aa turan eebbifaman
orm
0
eebbaa shubbistoota garee salaalee gala aadaa oromoo salaaleetti qopha'ee kanarratti nyaanni aadaa godina shawaa kaabaa gosa garaa daawwannaaf dhiyaateera
orm
0
“shororkeessaa abut murna afaan mana hidhaa afaan oromoo taasiseedha” obbo damillawu taaddalaa
orm
0
gutuu eenyutu ijoollee oromoo gidirsaa hiisisaa ajjeesisaa ture jedhame keessaan abut
orm
0
ummanni oromoo kabajamuu walabummaa itoophiyaaf aarsaa qaalii dhangala dhiigaa cabuu lafeefi wareegama lubbuutti kaffaluun biyya har abbaan fedheefi deemaan natu ijaare jedhu asiin gaheera
orm
0
harki haawwan oromoo sabbata hiikee looreet pirofeesar gabbisaa ejjetaafaa barsiise harra hingabaabbanne dooctartolaa bariisoo
orm
0
aadaa ummata oromoo boonnu harra qabatamaan mul'achaa jiru barnootaaf jennaan ummanni oromoo qusatu tokkkollee hin qabne himan hoogganaan biiroo barnootaa oromiyaa dooctar tolaa bariisoo
orm
0
dooctar tolaan harki haawwan oromoo sabbata hiikee barnootaaf qusannaa hiixachaa ture harra hingabaabbanne inumaayyuu ummata keenyaa harra aadaa fakkkeenyummaa qabu ta'ee fufe jedhan
orm
0
bara darbe ummanni oromiyaa barnootaaf oolu qabeenya humnaafi beekumsi ji'oota hincaalle birrii biliyoona caalu gumaachuu isaaniis eeran
orm
0
abut barii finfinnee galerraa eegalee bifa qindaa tarsiimessee qabsoo ummatichaa laaffisuu adda facaasuufi bittinnessuurraa jalqabe murnichi hayyoota oromoofi jaarmiyaalee siyaasaasaa maqaasaatiin socho turaniifi abbootii qabeenya oromoo dargaggootaafi jaarmiyaaleen hawaasummaa oromoo hinhafiin laamshessaa ajjeesaafi barbadeessaa tureera
orm
0
qeerroofi qarreen oromoo hunduu raayyaa ittisa biyyaati
orm
0
soddomman daayaa heera oromoo kudhan gorsee kudhan obsee kudhan dhoksu…
orm
0
oromoon oromoo oromiyaa bahaatti argamu keessaa tokkko gosoota oromoo kanneen afran qal oofi anniyyaadhaan marfamee argamuudha
orm
0
oromoon akkkuma oromoo biroo afoolaan badhaadhe sirna dimokraatummaa abbootiisaarraa dhaaleen odaa bultum jalatti heera hundeessuu keessattis warreen qabaniidha
orm
0
gosoota afoolaa oromoon ittiin beekamu keessaa sirboota aadaa kanneen hellee hellemmaa mirrigaa geerarsa daragsii shaggooyyeefaan quuqqaa gammachuufi mudannoosaa ibsata
orm
0
ituun gosoota garaa jalaa qabu isaanis baabboo gaadullaa elellee aalgaa waayyee addayyoo arroojjii gaamoo baayeefi qaalluudha
orm
0
oromoon ituus oromoo dimokraatummaatti amanu walqabatee namni tokkko badii dalage adeemsa ittiin tarkaanfiin irratti fudhatamu garaa darbuu qabu heerasaarratti lallabateera
orm
0
heerri “heera soddomman ambaa daayaa” jedhamuun beekama heerri oromoon ittiin walqajeelchaa barbaachisuttis yakkamtoota ittiin adabu kudhan gorsanii kudhan obsanii kudhan dhoksanii fugugii gamatti darbuu jedhama
orm