Soressaa commited on
Commit
2fa2ea9
1 Parent(s): 86143e6

Create README.md

Browse files

Qaala’iinsa gabaa yeroodhaa gara yerootti dabalaa dhufe hundeerraa furuun maaliif dadhabame-Hawaasa
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) – Hawaasni naannoo Oromiyaa Godinaalee garaagaraa keessa jiraatan waa’ee qaala’iinsa gabaa tasgabbii dhabe ilaalchisuun Komii isaanii ibsaniiru.
Faanaa Broodkaasting Korpooreet komii jiraattotaa bu’uura taasifachuun,akka naannoo Oromiyaatti hordoffiin taasifamaa jiru maaliif laafe jechuun Itti Aanaa Hoogganaa Biiroo Daldalaa Oromiyaa Obbo Tasfaayee Gashoo gaafatee jira.
Gatiin Oomishaalee Alarraa galanii dabaluun tarii sharafa maallaqa biyyoota alaa waliin walqabatee tahuu mala jedhan.
Oomishni biyya keessaahoo maaliif gatiin isaa tasgabbii dhabeen Gaaffii Hawaasa bal’aa keessaa burqaa jiruudha.Kana deebisuuf Seekteraaleen hundinuu xiyyeeffannoodhaan Hojjechuu gaafata.Qaalayiinsi Gabaa madaala dhabe kun hawaasa mufachiisee jira waan ta'eefi.
Obbo Tasfaayeen akka jedhanitti baatiiwwan 8 darbanitti Mootummaan Qaraxaafi Taaksii silaa argachuuf qabu Birrii biiliyoona 7 ol dhabuudhaan Zayinni Nyaataa Liitirri biliyoonni 1.1 gara biyyaa akka seenu taasifameeraa jedhaniiru.
Haa ta’u malee Oomishaalee biiliyoonaan lakkaa’aman kanneen keessaa hawaasa bira hammamtu qaqqabaa jira isa jedhuuf, Zayitiin Liitirri miiliyoonni 10 gara Godinaalee Oromiyaa geejjibsiifamuu Obbo Tasfaayeen himaniiru.
Hawaasa Bira kan qaqqabe garuu Liitira Miliyoona 1.1 qofa,Egaa Liitirri miiliyoonni 8.9 eessatti miliqe faana dhahuu gaafata.
Gama biroon Guyyoota 10 gidduutti Sakattoo taasifameen Zayitni nyaataa liitirri Miliyoonni 2.2 naannoo Oromiyaatti dhokfamee ture to'atameera. Akka FBC’n sakatta’etti qaamolee yakkicha raawwatan irratti garuu tarkaanfii barsiisaan fudhatame hin jiru.
Akka Biyyaatti namoota muraasa qofaatu heeyyama Zayita nyaataa alaa galchuu qaba,Haa ta’u malee namoonni kunneen Man-kuusaa dhoksaa Oromiyaa keessaa qabu,Biiroon daldalaa Oromiyaas isa kana ragaa ba’eera.Hordoffiin gama biiroon tures laafaa akka ta’eefi fuula duraaf dhimmicha irratti biiroon xiyyeeffannoodhaan akka hojjetuudha Obbo Tasfaayeen kan ibsan.
Dabalataanis oomishaaleen giddu gala biyyattiirraa bitamuun gara godinaalee Oromiyaatti geejjibsiifaman nagahee waan hin qabneef hanga ittiin bitan baruuf kan nama rakkisu ta’uudha Obbo Tasfaayeen kan dubbatan.Kanaaf Hawaasni dhimma kana irratti mootummaa cinaa dhaabbachuun kanneen seeraan ala socho’an saaxiluuf dammaquu akka qabanis waamicha dhiheessaniiru.

Files changed (1) hide show
  1. README.md +106 -0
README.md ADDED
@@ -0,0 +1,106 @@
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
1
+ ---
2
+ task_categories:
3
+ - token-classification
4
+ language:
5
+ - om
6
+ tags:
7
+ - art
8
+ pretty_name: Oromo
9
+ ---
10
+ # Dataset Card for Dataset Name
11
+
12
+ ## Dataset Description
13
+
14
+ - **Homepage:**
15
+ - **Repository:**
16
+ - **Paper:**
17
+ - **Leaderboard:**
18
+ - **Point of Contact:**
19
+
20
+ ### Dataset Summary
21
+
22
+ This dataset card aims to be a base template for new datasets. It has been generated using [this raw template](https://github.com/huggingface/huggingface_hub/blob/main/src/huggingface_hub/templates/datasetcard_template.md?plain=1).
23
+
24
+ ### Supported Tasks and Leaderboards
25
+
26
+ [More Information Needed]
27
+
28
+ ### Languages
29
+
30
+ [More Information Needed]
31
+
32
+ ## Dataset Structure
33
+
34
+ ### Data Instances
35
+
36
+ [More Information Needed]
37
+
38
+ ### Data Fields
39
+
40
+ [More Information Needed]
41
+
42
+ ### Data Splits
43
+
44
+ [More Information Needed]
45
+
46
+ ## Dataset Creation
47
+
48
+ ### Curation Rationale
49
+
50
+ [More Information Needed]
51
+
52
+ ### Source Data
53
+
54
+ #### Initial Data Collection and Normalization
55
+
56
+ [More Information Needed]
57
+
58
+ #### Who are the source language producers?
59
+
60
+ [More Information Needed]
61
+
62
+ ### Annotations
63
+
64
+ #### Annotation process
65
+
66
+ [More Information Needed]
67
+
68
+ #### Who are the annotators?
69
+
70
+ [More Information Needed]
71
+
72
+ ### Personal and Sensitive Information
73
+
74
+ [More Information Needed]
75
+
76
+ ## Considerations for Using the Data
77
+
78
+ ### Social Impact of Dataset
79
+
80
+ [More Information Needed]
81
+
82
+ ### Discussion of Biases
83
+
84
+ [More Information Needed]
85
+
86
+ ### Other Known Limitations
87
+
88
+ [More Information Needed]
89
+
90
+ ## Additional Information
91
+
92
+ ### Dataset Curators
93
+
94
+ [More Information Needed]
95
+
96
+ ### Licensing Information
97
+
98
+ [More Information Needed]
99
+
100
+ ### Citation Information
101
+
102
+ [More Information Needed]
103
+
104
+ ### Contributions
105
+
106
+ [More Information Needed]