Soressaa commited on
Commit
997c918
1 Parent(s): 9181337

Upload computer.json

Browse files
Files changed (1) hide show
  1. computer.json +91 -0
computer.json ADDED
@@ -0,0 +1,91 @@
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
1
+ Kutaa tokkoffaa- seeensa waa’ee kompitara fi waa’ee fooddawwanii
2
+
3
+ Mat-duree 1: seensa komputeraa
4
+
5
+ 1.1 komputara jechuun maal jeechuudha?
6
+ Komputara jechuun meeshaa eleektroonicii tahe, hojilee adda addaa kan mosaajiidhaan ajjajamuudhaan, kuusaaa mataasaarrattii kufaachuu kan danda’u, deetaa allarraa kan fuudhatuu fi deetaa miidhuu ykn adeemsuu fi odeffanuu gara alaatti baasuu akkataa adeemsarratti hudhanidha.
7
+ Walumaagalatti:- kompitara jechuun jecha walitti qabiinsa meshaalee fi faayidaa isa sinana ibsuudha.
8
+
9
+ Daataa jechuun odeeffaannoo hin xumuraamnee jchuudha. Daataan bakka bu’insa waanta dhugaa tahee tokkoti. Kunis bifa footodhaan. Mallattodhaan kan kawwamuudha.
10
+ Odeeffannoo jechuun daataan gara himaa guutuutti jijjirameechudha.
11
+ Odeeffannoo jechuun adeemsa daaataan gara ibsa gaha ykn odeeffannoo guutuu kennu odeeffannoo jedhama.
12
+
13
+
14
+ 1.2 Fayyadamaa Koomputeraa
15
+ Kaayyyoo kutaa kana
16
+ Dhuma kutaa kanarratti baraattonni kan beekuu dandaa’an:
17
+ waa’ee fayyadamaa kompitara beekuu.
18
+
19
+ Maaliif computeratti fayyadamna?
20
+ Kannen armaan gadii keessa muraasni fayyida , gahuumsaa fi daandeetti mul’isaan keessan sababoonni gurguddoo kan ta’aniif:
21
+
22
+ Odeeffannoo kuusuu fi odeeffannoo baay’ee yeroo gabaaba saffisa guddaan fi dhugummaa odeeffannoo sana kan mirkaneessudha.
23
+ Qabiyyee odeeffannoo meeshaalee sabqunnamtiitti fayyadamuun taatee isaanii ni mul’isa
24
+ Herrega baay’ee ulfaataa fi wal-xaxaa ta’e hojjeechuu fi wal-madaalsisuuf, industirii keessatti adeemsaa isaaa to’achuu fi beekuu
25
+ Irra deddeebbi’anii hojii tokko haala salphaan hojjeechuu, saffisa olaanaan fi adbdaachiisaadha
26
+ Haala hojii salphisuu and herrega wal-xaaxa taa’ee hojjechuu
27
+ Lakkoofsoota tattoodhaan(gaabatee) mul’isuu dh
28
+ Qoraannoo ittiin gaggeessu
29
+ Muuziqaa ittiin dhaggeeffachuu
30
+ Rakkoolee ittin barbaaduu fi furmaata keennu
31
+ Jijjiramaa qilleensa itti beekuu haal qiilleensa gara fulduraa xilmaamuun mul’isuu
32
+ Fakkii ittin kaasuu fi fiilmii ittin dawwachu.
33
+
34
+ Kanaafuu, koompiterri hojii kamiyyuu hojjechuuf mijaawaa, dalagaa dalaguu fi adeemsisuu daandeetti kanneen qabaachuu barbaada. Fayyadaama koomputeraa keessa isaan gurguddoon akka armaan gadiitti qoodamu:
35
+
36
+ a) Fayyadama kan daldalaa
37
+ Fayyidaan koomputeraa daldalla keessatti kennuu keessa barreessaa/tuuf, hoggansaa, meeshaa haraa hojjechuu, bittaa fi gurgurtaa kan daldaalaa gaggeessudha..
38
+ Fakkenyoota:
39
+ Barruu itti barreessuu fi adeemsa isaa xiinxala
40
+ Eenyummeessa yookiin herrega fi Accounting and maallaqa to’achuu
41
+ Qabeenya hogganuu fi sirnaan itti fayyadamuu
42
+ Kuusaa daataa fi odeeffannoo hoogganuu
43
+ Adeemsa fi bu’aa lakkoofsootaa xiinxaluStatistical analysis
44
+ b) Fayyadama saayinsaawaa, maandisa and qorannoo
45
+
46
+
47
+ 1
48
+
49
+
50
+ Bahir Dar University, Institute of Technology , school of computing and
51
+
52
+
53
+
54
+ [2004 E.C]
55
+
56
+ Electrical Engineering
57
+ Grade 7 and 8 Basic computer skills training Module
58
+
59
+
60
+
61
+ Komputeraatti fayyaadamuun qoraannoo saayinsaawaa fi herrega walxaxaa hojjechuu, dalagaa ittin qajeelchuu fi xiinxaluu. Akkasumas, qaama sirnawaa to’aachuudha.
62
+ Fakkeenyoota:
63
+ Qorannoo haawaaf teeknoloojii
64
+ Sinaa jijjiraama qilleensa yookiin atoomoosfeerii ilaaluu
65
+ Urjii irratti qoranoo gaggeessu
66
+ Meeshaalee ittin qajeelchuu fi adeemsa oomisha isaa to’achu
67
+ Sinaa nuukileeraa to’achu
68
+ 1.3 Goosota koompiteraa:
69
+
70
+ Kaayyoo Kutaa kana:
71
+ Dhumaa kutaa kana irraa barattooni waan hubaachu danda’an keessa:-
72
+ Ulaagaalee goosota koompiteroota barbaachisoo ta’an addaan baafatu
73
+ Goosota koompiteraa fi garaagarummaa isaanii gidduu jiru ni ibsu
74
+ Gaaffii Marii:- meeshaan eleectroniiksii kamiyyuu koompitera jedhama? Amallota koompiteraa irratti hundaa’uun goosota koompiteraa hiiki
75
+ Fayyadam koompitera daata isaan Adeemsisaan
76
+ Fayyadam koompitera daata isaan Adeemsisaan koompitera akka armaan gadiitti qoodamu:-
77
+ Walfaantii(Anaaloogii)
78
+ Walfaantiin adeemsa hojii amala qaama tokkoo safarudha. Isaanis jijjiramaa fufaa waliin irratti hunda’u. walfaantiin kallattiidhaan lakkoofsota hin dalagu. Haa ta’u malee, kan dalagu hanga qaamaa safartu kanneen akka dhiibbaa, hamma ho’insa fi qoorrinsa, qabeenta fi annisa eleektiriikaa fkk.
79
+ Fakkeenyota: Teermoomeetirii, Voolitmeetirii, ispiidomeetiri
80
+ Eleectirooniksii(Diijitaalii)
81
+ Eleectirooniksii koompiteraa jijjiramaa dhaabbata irratti hundaa’un fi dalagaa hanga qaama tokkoo lakkoofsan hojjeta.
82
+ Kuns kallattimaan lakkoofsota fudhachuu fi kanneen akka lakkoofsota, qubeewwan akkasumas mallattoolee gadda addaa bakka buusa eleektirooniksi koompiteeriin jeechun.
83
+ Fakkeenyota: Koompitera Abakaas, Deeskitooppii & Diijital herregduu, tajaajila koompitera waligalaa fa’adha.
84
+ Koopitera Makaa
85
+ Koompiteera Makaan(mixiture) amaloota walfaantii fi eleektorooniksii haala gaariin of keessa kan jechuudha. Yeroo baay’ee naqa daataa jijjiiramaa fufaa fayyadama. Eega, adeemsi diijitaala amanamummaan isaa dabalaa fiadeemsi dalagaa isaas diigitaaliin raawwata. Adeemsi odeeffannoon kan bu’aa(bahaa) isaa immoo tarii kan eleektirooniksii yookiin walfaantii ta’u danda’a. Ta’ullee, filanno faayyadamtoota fi goosota fayyadamaa irratti hunda’a.
86
+ Fakkeenyota: kaameeraa eleecktrooniksii, meesha fayyaa to’atu mana yaala keessatti.
87
+
88
+ Koompitera hamaamtaa, dandeetti fi Gati irratti Hundaa’uun Qoodu
89
+ Hamaamtaa fi daandeettin amaloota koompiteera irratti fayyadamuun koompiteera qoodu ni danda’ama.
90
+ Amalota koomputeera irratti hundaa’uun akka armaan gadiiti ni qoodamu. Isaanis:-
91
+ Koompiteera Olaanaa(super computer)