Melk commited on
Commit
2386d9b
1 Parent(s): 43a46e2

Upload Posts_comment2.csv

Browse files
Files changed (1) hide show
  1. Posts_comment2.csv +649 -0
Posts_comment2.csv ADDED
@@ -0,0 +1,649 @@
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
1
+ bayyeessa itti nu dabaala Mee,1
2
+ Gaariidha halumaa kanaan itti fufaa,1
3
+ Guddoo dansaa,1
4
+ osoo addaa hin cittiin yoo barreesitaan gaariidha.,1
5
+ Gaaridha itti fufaa,1
6
+ Waan salphaa fakkaata garuu hojii guddaadha.,1
7
+ Ka'umsa bareedaadha itti fufaa!,1
8
+ bayyeessa,1
9
+ Hojii Sirrii hojjechuuf jalqabii Gaarii,1
10
+ baayyee Gaaridha,1
11
+ Iftoominna Gaariidha.,1
12
+ Iftoominna gaariidha,1
13
+ Adeemsa gaariidhaa jabaadhaa,1
14
+ Yaada gaariidha,1
15
+ Amma tana womaa hin jettan jabaadha,1
16
+ Kun waan gaariidha.,1
17
+ Hojii Gaariidha!,1
18
+ Eenyfaatu Sooroma bahee,1
19
+ Lakkoofsa addaatu jiramoo march 8 kan Isa kamiiti inni dubbattan kun?,1
20
+ Oddeeffannoo gaarii nuu kennittani galattomma garuu oso lenjii hubbano nuu kennittani,1
21
+ Odefannoon yero yeroon darbaa jiru gaarii dha.,1
22
+ Kunii yaada sirriidha ,1
23
+ Jabaadha.,1
24
+ Odeeffannoo fi Hubannoo nuf uumeera Galaatoma,1
25
+ Odeeffannoo gaariidha!,1
26
+ Odeeffannoo baay'ee gaariidha.,1
27
+ B/gaariidha Itti nuuf fufaa,1
28
+ Nuuf galatooma,1
29
+ Jirtu warra keenyaa,1
30
+ Jabaadhaa nutis isin faana jirra.,1
31
+ Sin moo,0
32
+ "Mindaa galiiwwan naannoo oromiyaa dabalaaf, kana caalaa sassaabbamaa",1
33
+ rakkoo loojistika haa beekamu malee beekamnee maal goona,1
34
+ Ni nyaattanii koottaa beekkamtiiin keessan kiisii nuuf hin seenu. .,0
35
+ Biiroo motora takka irraa dhabne,0
36
+ Baga waliin gammannee!! jabaadha!! Haa jabaannuu.,1
37
+ Beekamtiin kissii nuu galuu casaa bara2005 tiin kan jiruu wajiraa galii qofaa kanafuu waqnii haa faraaduu,0
38
+ Gurri harreefuu waa hin goone.,0
39
+ Beekamtii kennuun gatii maal qabaa miindaa hojjettoota maaf hin dabalamne biiroolee kaniin gad akka ta'e argaa jirtu mitii ???,0
40
+ Ogeessonni teessoo irra taa'anii hojjetan osoo hin qabaatin bu'aa kana fidan osoo haalli mijateefi bu'aa isaa isinumti tilmaama mee warri.............,0
41
+ Baga waliin gamanne waaqa waliin kana caala jabaanne hojjachu qabna,1
42
+ Ni danda'amaa!,1
43
+ Itti muddii !!,1
44
+ Hamileen garii ta'ee waajjiiri keenya waajjiira dhiheena hundeefameeyuu hin gahu ,0
45
+ Kun illee gaariidha!! Garuu dandeetti raawwachisummaa ogeessa sadarkaan jiruu foyyeessuu fi cimsuuf yaaluun isin biratti dagatameera. ,0
46
+ Gaaffii hojjettoota waajiraalee galii keessa jiruuf osoo deebii hin kennin waatokko wonti nugammachiisu hin jiru,0
47
+ Galatniifi beekamtiin kenname kun zayita litira tokkollee bituu hin danda'u.,0
48
+ Baga gammaddan!,1
49
+ Beekkamtii kennuun bu'aa maalii qaba hojjettoonni sadarkaa gadiirra jiran miidhamaa jiruu.hojjettootaaf faayidaan addaa akka taasifamuuf hojjechuudha.,0
50
+ Jabaadhaa,1
51
+ Beekamtii keessan ofumaaf godhaa.,0
52
+ Hojiin akka hojjatamu osoo barbaaddanii rakkoo biroo keessa jiru akka furamu gootu silaa. Maal godha maqaa qofti akka itti jiraatu abbaatu beeka,0
53
+ Warri nu ajjeese isin warra gubbaati!,0
54
+ Biiroo Galii walitti qabaa Teessoo fi logistics homaa hin qabne safuu,0
55
+ Baga waliin Gamane!,1
56
+ Fayidaa hojjeeta ilaalaa demmun barbachisadha.,0
57
+ Kun waan gaarii fi amilee hojii kan nama keessati uumudha. Garuu akkuma kana utuu faayidaan hojjetaa ilaalamee gaariidha.,1
58
+ Bagaa waalin gamaane,1
59
+ Ittifufaa,1
60
+ Beekamtii kennuun waan garii ta'e rakkoo lojistikii fi caasaan mana hojjichaa itti yaadamu qaba.,1
61
+ What a joke...,0
62
+ Guure nyachisuf hojji wajirakana wan taheef galatonfatame male yom haqa fii galata hojjata eggame beeka miilan badiya deema oolla,0
63
+ Hojiin gara fuula duraatti hojjetamu akka milkaa'uuf waljajjabeessuu fi walgalateeffachuun barbaachisaadha garuu ,0
64
+ Bu'aa Rakkoo Keessa teenyee itti dadhabne finef gatii isaaf Malu kennuun Barbachisaadha.,1
65
+ mindaa gad aana argachaa jira ,0
66
+ Xiqqoshee hin qaanoftanuu? ,0
67
+ Baay'ee gaariidha!,1
68
+ warraa abbaa gaara!! ,0
69
+ Excellence BGO,1
70
+ Kun gaariidha waan baayyeen irraa baratama! ,1
71
+ Kana keessatti gaheen BGO maali,1
72
+ Kun hojii gaarii dha cimee itti fufu qaba jabaadhuu itti mudda,1
73
+ Gibira mootummaa kafaluun gaariidha,1
74
+ Waan gaariidha!,1
75
+ "MUU,anoo iskeelii mindaa moo sadarka guddinaa natti fakkaate,kkkkkk",0
76
+ Galiin sadarkaa kaffalaa gibiraa murteessu TGG ti moo kan ofii beeksise warra galmee qabatuuf?,1
77
+ Galatooma.,1
78
+ Baay'ee gaarii dha.,1
79
+ Keep up the good work!,1
80
+ Baay'ee gaariidha....!,1
81
+ Hubannoo gaariidha yadachiisni akkanaa Yeroo Yeroon itti fuufuu qaba,1
82
+ Mana fi gamoo kirreessun daldala yoo hin taane maali? Dogoogora keetii,1
83
+ Hubannichi bal'atee haa maxxanfamuu,1
84
+ Wel done,1
85
+ Eeyyeen BGO akkasitti cimaa hubannoo saba keessaniif kennaa.,1
86
+ Baay'ee gaariidha haala kanan itti fuf....,1
87
+ Thank you for the information.,1
88
+ Keep up it,1
89
+ Good job ,1
90
+ Good Job,1
91
+ "Eeyyeen,kun yaada gaariidha ittuma fufaa hubannoo dhimma taaksii fi gibiraa kennaa!",1
92
+ Jabaadha Galiin misomaf!,1
93
+ Baay'ee gaariidha itti fufaa garuu hojjettoota w/ra gaaliif jijjiraan yeroo yeroon osoo hojjetamee gaarii ta'a ,1
94
+ Bayye gaariidha labsiiwwan biiroo galiiwwanii midiyaadhaan gadi lakkisuun kaffalaa gibiraatif hubannoo walfakkataa kennuudha kun cimee itti fufuu qabaa jabaadha galatomas.,1
95
+ "Hojjatan biroo kanaa Hundi kutaannon hojjachuu kaka'umsa qabaachu qaba, deegarsii hoggansa fi qoofa fudhattoota galii cimuu qaba",1
96
+ Hojii hojjetamuu qabuuf baajeta gahaa ramaduun hojii baajeta isaaf barbaachisuu wajjin kennanii bu'aa isaa madaalaa deemuu,1
97
+ Galii sasabamuu danda'uu dursa kennanii sassabu,1
98
+ Waliin taanee hojjechuu,1
99
+ (GIGO) garbage in garbage out. Poor salary poor revenue. Kanaafu humna namaa gutun dugugame akka galu hojjachu dha.,0
100
+ Humnii namaa fi loojistikii hojjii kamiifu barbaachiisadha loojistikii gahaa malee hojjachaa jiraa garagarumm,0
101
+ Magaala Caancoo irraatti Galii sasabbii kuuffaamaa turee kan inveestimaantii ni jiraa wanta ta'eef deegarsaa cimaa nuuf tasiisaa (wanta addatuu jira),1
102
+ Toolee kun milkauuf logistikin gaa taeen degaramuufi seektari kun casan humana nama gaa tauufi kafaltin ,1
103
+ Caasaa mana hojiichaa fakkatuu dirirsuun hojjeechuu. ....keessattu sadarkaa godinalee,1
104
+ Wal-ta'anii Qajeelfama Irra Dhaabbatanii Waliin Dalaguu Qofaatuu Gal- mmaan Nama Ga'a Waaqa Kadhatanii.,1
105
+ Lojistikii lojistikii lojistikii keessattuu sadarkaa aanaa irratti,0
106
+ Humna namaa barbaachisu akkaataa caaseffaamaatiin ramadanii loogistikiin deeggaranii hojittii galchaanii tokkummaan hojjachuu qofa,1
107
+ Galii murtaa'e harcaatii malee hordofuun akka galu gochuu dha.,1
108
+ Miira aantummaa ummataatiin miira xiiqiitiin sassaabnee biyya keenya bu'uura cimaarratti ijaarra,1
109
+ Leenjii kennuun hojjetaa hojiitti galchuu,1
110
+ Jabaatanii dalaguu qofa!,1
111
+ Humna nama baajata gahaa ramaduu fi hojjetaa si'eessuu,1
112
+ Hanqina Humna namaa guutuun galii hundumaa daguuganii galchuu. Leenjii hojjetaaf kennuu.,1
113
+ Abbaa Taayitaa of irraa molqitaani?Biiroo jechi jedhu kun maalii? hiikni isa hoo? ,0
114
+ Wayyoo,0
115
+ Waa'ee hojjetaas maaltu jijjiirame?,1
116
+ Ok!Boss..!,1
117
+ Bsga Nagan garaa maqaa Dhaloota keessanitti deebtaan,0
118
+ Maalif ta.e garu,0
119
+ "Miindaan Waajjira Galiiwwan naannoo Gambeelaatuu, Kan oromiyaa caala..., Maaliif garuu??",0
120
+ Him..,0
121
+ Waajjira maqaa qofaati isin dhugaa Rabbii!!,0
122
+ Maqaa jijjiiruu moo kaayyoo jijjiiruu wayyaree yaa jara keenyaa?,0
123
+ Jijjiramni maqaa ilee rakkoo hin qabu mirgii hojjeta hoo akkami?,0
124
+ Masteshii(kollaan) isinii ergaa waa maxxansame,0
125
+ Jawwe Jabaadhu Sibuukke Jirra Nan Gatina,1
126
+ Guddoo isin jaalanna garuu caasaan Hojjataa guddoo aarseera,0
127
+ Ani bayy'ee gadaa hojjatootaa ,0
128
+ waggaa waggan Kaffaaltin Gibra ni dabala? yoo daabalee haala kamiin,1
129
+ jajjabaachuu qaba.,1
130
+ jajjabaachuu qaba.,1
131
+ Ogeessamoo Leenjiin Hin Barbaachisumo?Akkam Dubbin Keessan kun.,0
132
+ Naannoon keenya,0
133
+ Haala kanaan galiin aannoon keenya maddisisuu danda'u duguuguun sassabuun ni danda'ama,0
134
+ Baay'ee gaarii dha,1
135
+ Kaayyoo fi toorri xiyyeeffanna ATGO adabuu osoo hin taane barsiisu ,1
136
+ Yaadi keessan gaariidhaa jechaa ! Bara 2010 Leenjjiin Ballan Magaalaa Baatuuti Hojjetaa Qindeessa Oppereshinii Galii tiif kennamee turuun isaa niyaadatama.Haata'u malee ;,1
137
+ Waan dansaa..,1
138
+ Hojjettanu bakka ta'u hin qabuu amoo ni badhasuu sirrumaa.,0
139
+ "Hojjeta badhaasun gaaridha, garuu hojimatni hojjeta hojjechiisu dura Abba taayitaa keessatti diriruu qaba",0
140
+ Jabaate itti fufu qaba,1
141
+ Waan gaariidha,1
142
+ Yeroo kaffalti ka'ame alaa kaffalchisuun seeraan alaa barsisaa jira hubadha,0
143
+ Gaariidha Magaaloonni fi Godiinaaleen duubaatti hafaan jabaachuu qabu,1
144
+ daldaalaa Amaala hin balleessina bara baran yeroo dheerresitaani..,0
145
+ Adabbiif saaxilamuun ad-maleedha,1
146
+ Hojiilee hojjetaman fi Qaamolee raawwatan akkaataa kanaan salphaatti nu beeksisuun Gaariidha.....Kan Aanolee otoo dabaltanii kan jedhu yaada kooti,1
147
+ Dogoggorriillee hojii maata ta'uu hin danda'u ,0
148
+ Admalee!,0
149
+ Oduu dhisaatti software keessaan kana SIgtas afaan oromotti jijjirra,0
150
+ Qaamoleen hawaasaa hundii xiyyeeffannoon galii tumsuun barbaachiisaadha,1
151
+ Ololli sassaabbii gibiraa danquuf hojjetamu ,1
152
+ Deggarsa barbaadu Godinaaleen kun,1
153
+ Eeyyeen akkata kanaan duubdeebii nuuf erguun keessaan waan gaariidhaa.,1
154
+ Galatooma kominikeeshinii ATGO.,1
155
+ Xinxalii bifa kanaan dhiyachuun isaa gaari ta'ee itti fufu qaba ,1
156
+ Galiin misoomaaf,1
157
+ Gaaridha .,1
158
+ Koreen dhaabbatee gadi bobba'e jedhamu kan gabaasa qofa funaanu osoo hin taane kan hojjatee hojii namatti agarsiisus ta'uu qaba.,0
159
+ kkkkkkkkkk kijiba guddaa kijibuun qaanii guddaadha productive area irratti xiyyeeffanne jechuun garuu yaada sirridha.,0
160
+ ATGO sadarkaan jiruu hundii isaani kaffalaan gibiraa addabbiif akkaa hin saxilamnee godhuu qabnaa.,1
161
+ ashamaa,1
162
+ Asxaa abba tayitaa galiiwwanii oromiyaa,1
163
+ Gibiraa yeroon kaffaluun qaromiina isa jalqabaati.,1
164
+ qubee dogoggoruun hiikaa fi ergaa yaadichaa jijjiira ykn geeddara waan ta'eef. Galatoomaa.,1
165
+ Amanummaan gibiraa haa kaffalluu.,1
166
+ Gibiraa yeroon kafaluun Aada keenya,1
167
+ Kun cimee hojjatamuu qaba akkanaan oromiyaa guddifna santu seera.,1
168
+ Oromiyaan gargarsa qaama biraa irra akka hin eegganne oromoon hi,1
169
+ Mata'aa kennunis fudhachuunis yakka.,1
170
+ "Eyyee gibira yeroon kaffaluun baasii hin barbaachifne irraa nama hambisa,garuu hordoffiin qaama olii hanga gadii jiruu laafaadha keessattuu Finfinnee fi naannoo isheetti.",0
171
+ toole! Warra w/daldalaa. Gibira humnaa olii fiduun ummata hin darariinaa!!,0
172
+ Gibira fi taaksii kaffaluun dirqama lammii haabaanu,1
173
+ Gibira kaffaluun mallattoo qaroomnati! gibira maqsuun imoo biyaa ofi haatudha.,1
174
+ kaffalaan gibiraa hundii osoo adabbiif hin saxilamnee yeroon gibiraa haa kaffaluu,1
175
+ Hayyee Hayyee...,1
176
+ Gibira mootummaa kafaluun abshaalummaadha!!!!!,1
177
+ "Gaariidha, Lammiin Kamiyyu Dirqama Bahuu Qaba.Garuu wanti mata'aa (gubboo) jedhamu kuni gufuu tahaa jira",1
178
+ Gaaridha,1
179
+ galin mana qophese atg oromiyatin galiin kun yomiyuu galma hin gahuu ,0
180
+ Hojiin qindoomina kanaan dura ture lafaa waan tureef foyyaa'u qaba.,1
181
+ bu'aa homatu kan hin qabne ta'e waan mulatuf.,0
182
+ qaama raawwatuuf hubannoo uumuun barbaachisaadha jechuun gaariidha garuu enyu laataa ?,0
183
+ Dhiimmii caasaa dhiimaa yeeroon keenaamuu miitti,0
184
+ "Kun waan tokko tahee, Akkuma Software bulchiinsa gibiraa (SIGTAS) galii idileef hojiirra oolfametti,Galiun Mana qopheessaafis softiware diriirsuu feesisa",1
185
+ Namati Tolaajabadha,1
186
+ Abbaan Taayitaa Galiiwwan Oromoyaa bara baran waan baay'ee foyyeessa jira waan gariidha jabaadha,1
187
+ Baayyee gaariidha jabaadha wanti sirrachuu qabu ,1
188
+ Bareedaadha garuu Odaan Oromoo Inni dhuga qabeessi Bal'oo hin qabu!,1
189
+ Waan gaari yaade,1
190
+ Dhuguumatti waan hunda qabata.,1
191
+ "Best logo ever ,baayyee bareeda wanta haaraa akkasii barbaadna gaarii dha kanuuman itti fufaa",1
192
+ kun waan gaarii dafe hojira oluu qaba garuu dhugumaan gochaan ya mirkanna'uu sanyumaa fi Naannummaan yaa badu.,1
193
+ Baay'ee bareeda asxaan keenya haa mirkana'uu,1
194
+ decentralize also workers recruitment,1
195
+ This new logo is good you should have to improve service delivery by providing training for employ specially IT expert because technology is updated day to day,1
196
+ Yes it very beautiful logo,1
197
+ What a stupid and derty page it is?,0
198
+ amma hangi tokko deebie fakkaata,1
199
+ Dhugaa dha.,1
200
+ Obsaan aannan goromsaa dhuga jedhuumiree? obsaan eeggachuutu caala waan hin taane barreessurra.!!!!,1
201
+ Obsaan aannan goromsaa dhuga jedhuumiree? obsaan eeggachuutu caala waan hin taane barreessurra.!!!!,1
202
+ Nama kamuu kan nama ta'uu isaa mirkaneessuu fi eenyummaa isaa kabachiisu soba osoo hin taane dhugaadha ,0
203
+ adurree qofa sonba dura qabanii gowwoomsuu..........,0
204
+ sobduu,0
205
+ Kan muxannoo fi dandeetti qabu isiin kamii ATG Aanaa moo ATG godinaatii hunduu faayyidaa dhunfaa keessaniif achii teesanii,0
206
+ baay'ee gammanneerra,1
207
+ Haqa qabeessa fi Si'ataa akka ta'uuf gaheen isaa olaanaa dha. ,1
208
+ Gaaridha itti dabalaa,1
209
+ Maree Bareedaa dha,1
210
+ Waan namaaf taa'u hojjechuun gaariidhaa,1
211
+ biyya guddiisuuf hojjechuu gaariidhaa,1
212
+ Qoosaa akkasii kan yeroon itti darbe waan ta'eef ofirraa dhiisaa kaa yaa jara keenya!!!!,0
213
+ Unlike,0
214
+ Galiin naannoo akkaataa Humna naannoon keenya qabdun hin sassabamne ,0
215
+ caasaan hojjatamu kan qabu faayidaa mindaa qofa osoo hin akkaataa naannoon fedeeralaa ittin hojjatu bu'uura Osoo godhatan,0
216
+ dhuguma dubbachuuf waajira san keessa namini waa murteessuu danda'u hin jiru.,0
217
+ afuuffee wayi afuuftee hin dadhabdu afuufi dubbaattanii hin dadhabdani ammas otuma dubbattanii haftu,0
218
+ komii dhagessani hojii qabatamaa hojjetaa mirga isaa eegsisise maal hojjettan? Dhugaadha mindaan keessan gara gaheera.quufaan beelaa'afi hinbeeku,0
219
+ Isin waan hojjataan Jedhu hubachaa hin jirtan ,0
220
+ Nama maallaqaa nyaachuuf achii teessaan malee hojiidhaf miti,0
221
+ Hojataan ATGO garan gubate jira waaj.gadhisa jira rakateera kijiba kesaniin jechudha amaa waan akana dhagahu hin fedhu kanaaf sila calistani gaariidha,0
222
+ such people and question do not replace us we do 4our society till end...,0
223
+ such people and question do not replace us we do 4our society till end...,0
224
+ Dhugaadha Loogoon manicha ibsu fi yeroo waliin deemu barbaachisaadha.,1
225
+ isiin afaan qabna jeetani wa'ee Asxaa dubbatan rakko hojjata keessanitu hiku hin dandeenye garee ,0
226
+ faaydaa gibiraa waan taheef,1
227
+ woow namatti tola. ,1
228
+ gaafii hojjatoota deebisuu osoo qabuu aji'aba tanna baraan???,0
229
+ kkkkkkk,0
230
+ baranammoo aasxaa qabata godhadhaatii ittiin oduu keessan afuufaa afuuffee duuwwaadha isin,0
231
+ kan dursu adda baafadha,0
232
+ waan silaa dursaa hojachuu qabdaan hin hojaanee..........,0
233
+ Waan barbaaddan jijjiiraa garuu gaafii bara dheeraa hojjataan keessan gaafachaa ture san deebistanii?Raajii keessan!,0
234
+ Waan barbaaddan jijjiiraa garuu gaafii bara dheeraa hojjataan keessan gaafachaa ture san deebistanii?Raajii keessan!,0
235
+ Kkkkkkkkkkk warra Asxaa!!!!,0
236
+ Labsii caffen isinif ragasissee ille hojittii.hikachuu hin.dandessaan mal abdii qabna isin irra,0
237
+ Loogoo/Asxaa maal jechudha xiqole hin saalfatani mirga hojata dursa moo asxadha ,0
238
+ fayyida Hojataa ATGO hanga hin kabachiifinet Wa'ee Asxa hasahun (dubbachun) faayida hin qabu,0
239
+ wal gargaaruun aadaaf duudhaa keenya!!!!,1
240
+ Amen bara mirgi hojjattoota ATGO itti kabajamuu fi bara hojjataan illee itti yaadatamee mirgaa fi leenjii illee itti fudatu nuuf haa ta'u.!!!,0
241
+ Dachaan isiin kaffalchifna! Akkamitti akka hojjanu ni agartan! Walumaan jirra!,0
242
+ Kkkkk iccitiin milkaa'ina keenyaa cimina hojjattoota keenyaatiin malee cimina hoggansaatiin miti.,0
243
+ milkaa'ina guddaa fiduuf nu qopheessa .,1
244
+ natti hin fakkaannee akka jechaa oggaana kanaatti! ,0
245
+ malooo afaanumattii him ulfaatu jechii kun hoggansa fayyida hojjeta eguu kana abbey yarabbii sober ganfaa basuu kana nu agarsiftee safuu,0
246
+ Iccitiin Milkaa'inaa cimina hoggansaa qofa osoo hin taane ciminaa fi kutannoo hojjattoota hundaati. ,0
247
+ "Hojiif akka toluuf hidhannoo hoggansa ciimsuuf kallattiin gaariin yoo kennamme illee, fayidaa hojjetaan waanti walqabatu yaada Suspense nama godhotu jira",0
248
+ Kijibdootaa maalii issiinii taanaa reee ammaa ergamtootaa wayyannee gubattanileee dhimmii oromoo innuumaa sirrayyaa yoo turrellee ok,0
249
+ kkkkkkk.....kkkkkkk...kkkkkk....kkkkk waanuma ofiif hunda xummurtan fakkaata!!! ,0
250
+ Nama akkana ATGO kessa argamuun isa baay'ee nama dinqisisaa! Jabaadhu!,1
251
+ Baay'ee gaarii dha. Kun jajjabeeffamuu qaba. Garuu Ogeessota TQO irratti hojjatan hunda hirmaachisee yoo jedhe gaarii dha.,1
252
+ gariidha;garuu tot kan hin qabne akka tot qabutti hojjetaa kan ji'ota muraasa akka herreguu danda'uuttis hojjedha,1
253
+ "Jabadhaa,hojiittii jijjiraa",1
254
+ baayyee gaariidha ammallee ,1
255
+ Dhugaa dubbachuudhaaf mucaan kun badhaafamuu qaba.,1
256
+ I think kun jalqabe natii fakkata kalaqini kun itti fuufaa,1
257
+ Gammanneerra.Waanuma takkaan gaddine malee. ishii isinuu beektu siniif dhiifne.....,1
258
+ "Tattaaffiin ATGO gochaa jiru Sirni Gibiraa keenyaa karaa ammayyaa'aa,Haqa qabeessa fi Si'ataa akka ta'uuf gaheen isaa olaanaa dha. ",1
259
+ Gaaridha,1
260
+ Maree Bareedaa ture,1
261
+ Waan namaaf taa'u bira hin taa'anuu! ,1
262
+ Galiin misoomaaf.....,1
263
+ Akkati hubannoo uumun gaariidha.garuu yeroo barreesitan dogongora qubee ofirraa eegaa.,1
264
+ Gaaridha ammas itti daddabalaatii waan haaraa jiru beeksisaa. ,1
265
+ dhugaa dha jabaadhaa,1
266
+ Ergaa kana hawaasa kaffala gibiraaf dabarsuun gahee lammummati,1
267
+ Hubbanan gara Adda Addaatiin kenamuun kun baay'ee gaariidha. galatoma,1
268
+ gibira dhoksuun gufuu guddinaat.,1
269
+ Leeyyoo guddaa,0
270
+ Qaaniidha!!,0
271
+ ibsa bal'aa Osoo into kennitan gaariidha.,1
272
+ jalla'eerra,1
273
+ Gibira kanfaluun mirga osoo hin taane dirqama lammumaati,1
274
+ hubannoon Gama fb ruin Darbaa jiru gaariidha. itti haa fufnu,1
275
+ hubannoo garii kan fedhii gibiraa kafaluu ummuu dhaa,1
276
+ hojiin hubannoo akanaa kun baayee gaarii waan taheef jabaadhaa iti fufaa,1
277
+ "Jabaadha cimaa hojjedha. Haa ta'uu malee, Sirreeffamni iskeelii mindaa kan ATG hojjetamuu dhabuun isaa kan nama gaddisisu ta'ee hamilee hojjettotaa kan tuqudha.....",1
278
+ "Jabaadha cimaa hojjedhaa. Haa ta'uu malee, Sirreeffamni iskeelii mindaa kan ATG hojjetamuu dhabuun isaa kan nama gaddisisu ta'ee hamilee hojjettotaa kan tuqudha.....",1
279
+ "Baayyee namatti toltu ""Galiin Misoomaaf"".Garuu akkanatti dhama'anii osoo hojjatanuu Sirreeffamni Iskeelii mindaa ATG ilaaluu dhiisuun isaa nama gaddisiisa....",1
280
+ Labsii baasuun akkuma jirutti ta'ee qaamni labsii kana hiiku leenjii fudhachuu qaba......,1
281
+ "gaariidhaa galatoomaa!!! gara fuula duraattis qajeelfamoota,danbiifi labsiiwwan hojiirra jiran",1
282
+ Haalli hojii TGG gaggeessuuf karoorfamee iitti seename baay'ee gaariifii ,1
283
+ Haalli hojii TGG gaggeessuuf karoorfamee iitti seename baay'ee gaariidha,1
284
+ kuni sirriidha garuu dhimmi Mindaa ,1
285
+ Kan Mindaa Ni Tursitu Jechaadha,0
286
+ Kan Mindaa Ni Tursitu Jechaadha,0
287
+ Haalii ibsamee akkumaa jirutii ta'e darakeechii wantii sirresuu qabanii baayyetu jira,0
288
+ al takka takkaa faayidaa Hojjetaa ATG dubbadhaa TGG akka godinaa keenyaatti guyyumaa har'aa haalaan eegaleeraa,0
289
+ Kkkkk Amma arginneerra.gahee Amma sivil sarvaantii birootii gadi nu godhaa jirtuu dafaa achi jelatti nu naqaa.ATG maqaa qofa.,0
290
+ oduu garahojittii hiikuu yaalaa sirnii waayanee duraa isinkeessaa jiraa waan ta'ef OBN waamachunu keenyaa him oluu !,0
291
+ "kkkkk Qorannoon isaa kanuma """"space science"""" qorannoo hawaa ykn samii ykn nikulara omishuut ta'e !!! yoo dhibee dhibes kanuma federaa sanuu yaalaa mee kkk",0
292
+ off bekkan wajiricha keessa jira ?utuu bekkan jifte gibir bara 2009 tara 10 irra hidebihamu kan keessa midan garidhs dhuga qabidu,0
293
+ ni eeggana sirritti qoradhaa waggaa lamaaf ammas rakkkoo hin qabu,0
294
+ Baay'ee nama gadiisisa!,0
295
+ baay'ee nama gaddisiisa yeroo hedduuf hojjetame xumure ,0
296
+ safuu oduu dhumaan gurrii nuu coomee..gaafuma kam hojii sirrii hojjeettuu laata..,0
297
+ Waa'been kanaa yoom isiin rakkisee..,0
298
+ Kkkkkk kolfan dhumnem AGTo olitii kan midhamee jiruu jiraa hin obsinee malee,0
299
+ naannoolee biroo gaditi mindeeffamuun baay'ee nama gadiisiisa itti yaadaa!!!,0
300
+ nuti hojjetaan ATG waajjiricha gad dhiifnee ba'uuf qophii xumurree jirra. ,0
301
+ nama saree fooniin gowwoomsan nu gootan! ,0
302
+ Maali Qorannoon keessan hidhumu meerkurii baradaa jirtani ?,0
303
+ maalif nu sobduuuuuuu?,0
304
+ Maal isiin ammatti funaantaan ofumaa nyaachuufi ,0
305
+ "Gurri nu coome, Itiyoophiyaan 11.2% Guddatte jedhame boolla maaliitti namme?",0
306
+ nutii hojii irratti dhiibaa hin geesinu kan hojjanuuf mootummaa kana fi ummata kanaaf waan ta'eef obsaan isin eeggchaa jiraa. ,1
307
+ rajjii kana ammumaalee Dr arganee jennee gammaadaa jiraa turee ,0
308
+ Yoomuma siniif dhugooma laata? ,0
309
+ Yoomuma siniif dhugooma laata? ,0
310
+ obsaan Aanaan goromsaa dhugaa jedhama,1
311
+ Hanga hojjetaan ATGO dameewwan isaa keessaa yaa'ee waajjirri duwwaa ta'utti obsaa jettaniiree?,0
312
+ Hamma yoomitti buddeen abjuu nu nyaachifttu? Yoomoyyu amanta sin irra hin qabnnu.,0
313
+ ATG Federaala irraa muxxannoo maaf hin fudhannee,0
314
+ Hojjataan ATGO ofii qixaa nyaata namaaf bideena qopheessa jira.,1
315
+ Hojiin ATGO keessatti hojjetamuu fi mindaan hojjetaan argacha jiru ulfaatin isa wal gituu dhabuun hojii irratti gufuu ta'era,1
316
+ "ani gama kootii akkamti akka ATGO damee isaa jaala jiru ilaala ,keessatu ",0
317
+ Mindaan ATGO kun maqaa qofa ta'eera.Hojjataan muxannoo qixa qabu kan waajjira birootu caala.sirriitti itti yaadamuu qaba.,0
318
+ Gaariidha hatantamaan hojjotti hiikamuu qaba.,1
319
+ "kun siriidha,seeradha",0
320
+ Kana Nu Dhageesisuu Kessaniif Galatoomaa,1
321
+ Galatoomaa!!! ,1
322
+ kanumaayu nu dhageessisuu keessaniif galata guddaa qabdu,1
323
+ Yaada nuuf heeru keessanif ulfaadha jechuun barbaada. ,1
324
+ Jabaadha jara keenya hojjataan hamilee dhabaa jiraa,1
325
+ "obsaa, kan 1ffaa furameera. kaniis ittuma deemna. ",1
326
+ yaanni keessan akka yaada tti gaaridha ,0
327
+ labbsiin kun bbbbb garidhaa,1
328
+ "baayee namatti tolaa, hubanaa daldaltotaa/maamiltoota kenyaaf midiyaanis ta'ee bifaa gara garattin keenamuu qabaa",1
329
+ Galatoom waan haara jiru ellee akkanuma ummataaf ibsaa,1
330
+ labsii baasuu fi TGG gaggeessuun gaarii ta'ee hojjattota kana raawwataniif maaltu yaadamee?,1
331
+ Gaariidha,1
332
+ hubannoo hawaasaa barbachisa,1
333
+ galaatooma,1
334
+ Mirga hojata ega,0
335
+ ba'aa namarratti fe'uf karoorsu dura ba'atootaf dhihanni qopha'e ifa ta'u qaba nama lafatti wali galetu mokarra waliin baha jette oromoon,0
336
+ kuni bar dhaabbata maqaa qofaan hojjataa jiruu rakkoon isaa kan olii kun xiqqaa isatii gibira malee ija hin qabdanii gurra rakkoo hojjaataatiin dhaggeeffattan kaayyadhaaaa,0
337
+ Hanga mirgii hojjatootaa fi caasaa magaaloota fi ,0
338
+ Dantaa gibiraa qofa osoon tane jijiramani hojjatootaf tasifamu ilalcha kesa galchun barbachisa .,0
339
+ Caasaa fi miindaa mana hojichaa sadarkaan jiru yoo hin foyyeessin ammallee jijjiiramni hin jiru,0
340
+ anaan kan gaaffi natti ta'u.,0
341
+ Waa'ee hojii duwwaa miti waa'een faayidaa hojjetaa maaltu jedhamee?,0
342
+ Gaarii dha hata'uu malee rakkon lnni ijoon sektaraa galiiwwan kesssa jiruu dandetti rawwachisuma hojjetootatti,1
343
+ Oduundhaan Gurra Nama Bokoksuun Maal Godha? ,0
344
+ bayyee gariidha ibsii nuti hojjettooni kiraa manaa rakkachaa jirraa maaltu yaadame,1
345
+ "waan gaariidha. barumsa akkasii dabarsuun isan haa baratuu!! galatooma,! Horaa Bulaa!!",1
346
+ ta'uu baannan hojjataan seektara kana gadi dhiisee baqachuu mala,0
347
+ "Jabadhaa,hojii gaariidha",1
348
+ baayyee gaariidha ammallee itti fuffaa hojii kana,1
349
+ mucaan kun badhaafamuu qaba.,1
350
+ kalaqini kun itti haa fuufaa,1
351
+ baay'ee gammanneerra,1
352
+ Haqa qabeessa fi Si'ataa akka ta'uuf gaheen isaa olaanaa dha. ,1
353
+ Gaaridha itti dabalaa,1
354
+ Maree Bareedaa dha,1
355
+ Waan namaaf taa'u hojjechuun gaariidhaa,1
356
+ biyya guddiisuuf hojjechuu gaariidhaa,1
357
+ hubannoo uumun gaariidha.,1
358
+ Gaaridha ammas itti daddabalaatii waan haaraa jiru beeksisaa. ,1
359
+ bayyeessa dha jabaadhaa,1
360
+ dansa kun,1
361
+ Hubbanan gara Adda Addaatiin kenamuun kun baay'ee gaariidha. ,1
362
+ Gallatoomaa!,1
363
+ Baay'ee nama dhiba!,0
364
+ baay'ee nama gaddisiisa ,0
365
+ gaafuma kam hojii sirrii hojjeettuu laata..,0
366
+ biyya guddiisuuf hojjechuu gaariidhaa,1
367
+ hubannoo uumun gaariidha.,1
368
+ Gaaridha ammas itti daddabalaatii waan haaraa jiru beeksisaa. ,1
369
+ bayyeessa dha jabaadhaa,1
370
+ Waa'een kanaa yoom isiinii galaa.,0
371
+ "waan gaariidha. barumsa akkasii dabarsuun isan haa baratuu!! galatooma,! Horaa Bulaa!!",1
372
+ ta'uu baannan hojjataan seektara kana gadi dhiisee baqachuu mala,0
373
+ "Jabadhaa,hojii gaariidha",1
374
+ baayyee gaariidha ammallee itti fuffaa hojii kana,1
375
+ kolfan dhumnem hin obsinee malee,0
376
+ baay'ee nama gadiisiisa itti yaadaa!!!,0
377
+ meerkurii baradaa jirtani ?,0
378
+ sobduu duwwaa,0
379
+ ofumaa nyaachuufi ,0
380
+ Itiyoophiyaan Guddatte jedhame boolla maaliitti namme?,0
381
+ nutii hojii irratti dhiibaa obsaan isin eeggchaa jiraa. ,1
382
+ Dr arganee jennee gammaadaa jiraa turee ,0
383
+ Yoomuma siniif dhugooma laata? ,0
384
+ Yoomuma siniif galaa? ,0
385
+ obsuun gaarii dha.,1
386
+ waajjirri duwwaa ta'utti obsaa jettanii,0
387
+ Yoomoyyu amanta sin irra hin qabnnu.,0
388
+ muxxannoo maaf hin fudhannee,0
389
+ nyaata namaaf bideena qopheessa jira.,1
390
+ hojii irratti gufuu ta'era,1
391
+ kun baayyeessa hojii gaarii,0
392
+ sirriitti itti yaadamuu qaba.,0
393
+ hojjiitti hiikamuu qaba.,1
394
+ "siriidha,seeradha",0
395
+ Kana nu Dhageesisuu Kessaniif Galatoomaa,1
396
+ Galatoomaa!!! ,1
397
+ galata guddaa qabdu,1
398
+ ulfaadha jechuun barbaada. ,1
399
+ Jabaadha jara,1
400
+ obsaa,1
401
+ akka yaada tti gaaridha ,0
402
+ labsiin kun baay'ee garidhaa,1
403
+ baayee namatti tolaa,1
404
+ Galatoom waan haaraa nu beeksiftan,1
405
+ labsii baasuun gaggeessuun gaarii dha,1
406
+ Gaariidha,1
407
+ hubannoo hawaasaa barbachisa,1
408
+ hamilee dhabaa jiraa,0
409
+ nama lafatti wali galetu mokarra waliin baha jette oromoon,0
410
+ gadi dhiisee baqachuu mala,0
411
+ "Jabadhaa,hojii gaariidha",1
412
+ kalaqini kun itti haa fuufaa,1
413
+ rakkoo lojistikii fi caasaan mana hojjichaa itti yaadamu qaba.,1
414
+ yoom haqa fii galata hojjata eggame beeka miilan badiya deema oolla,0
415
+ baay'ee gammanneerra,1
416
+ Haqa qabeessa fi Si'ataa akka ta'uuf gaheen isaa olaanaa dha. ,1
417
+ kuni bar dhaabbata maqaa qofaan hojjataa jiruu ,0
418
+ Hanga mirgii hojjatootaa fi caasaa magaaloota fi ,0
419
+ baayyee gaariidha ammallee itti fuffaa hojii kana,1
420
+ mucaan kun badhaafamuu qaba.,1
421
+ qoosaa akkamiii jalqabdanii,0
422
+ Dantaa gibiraa qofa osoon tane jijiramani hojjatootaf tasifamu ilalcha kesa galchun barbachisa .,0
423
+ biyya guddiisuuf hojjechuu gaariidhaa,1
424
+ Caasaa fi miindaa mana hojichaa sadarkaan jiru yoo hin foyyeessin ammallee jijjiiramni hin jiru,0
425
+ anaan kan gaaffi natti ta'u.,0
426
+ hojjetaaf yaadaa,0
427
+ Gaarii dha hata'uu malee rakkon jira,1
428
+ Oduundhaan Gurra Nama Bokoksuun ,0
429
+ bayyee gariidha ,1
430
+ galatooma Horaa Bulaa!!,1
431
+ Gaaridha itti dabalaa,1
432
+ Maree Bareedaa dha,1
433
+ bayyeessa hojiin akkassii kun,1
434
+ Mirga hojata ega,0
435
+ Waan namaaf taa'u hojjechuun gaariidhaa,1
436
+ gad dhiifnee ba'uuf qophii xumurree jirra. ,0
437
+ biyya guddiisuuf hojjechuu gaariidhaa,1
438
+ hubannoo uumun gaariidha.,1
439
+ Gaaridha ammas itti daddabalaatii waan haaraa jiru beeksisaa. ,1
440
+ nu gowwoomsatan,0
441
+ bayyeessa dha jabaadhaa,1
442
+ dansa kun,1
443
+ ammallee jijjiiramni hin jiru,0
444
+ Hubbanaan gara Adda Addaatiin kenamuun kun baay'ee gaariidha. ,1
445
+ Gallatoomaa!,1
446
+ kanafuu waqnii haa faraaduu,0
447
+ kun hin barreedu,0
448
+ nu dhaajjestanituu,0
449
+ bu'aa isaa isinumti tilmaama mee,0
450
+ kana caala jabaanne hojjachu qabna,1
451
+ ni danda'amaa jabbaadhaa!,1
452
+ itti fufaa,1
453
+ Hamileen garii ta'ee waajjiiri keenya waajjiira dhiheena hundeefameeyuu hin gahu ,0
454
+ ogeessa sadarkaan jiruu foyyeessuu fi cimsuuf yaaluun isin biratti dagatameera. ,0
455
+ waa tokko wanti nugammachiisu hin jiru,0
456
+ gatii nuuf hin qabu,0
457
+ baay'ee gammadneerra!,1
458
+ hojjettootaaf faayidaan addaa akka taasifamuuf hojjechuudha.,0
459
+ Jabaadhaa,1
460
+ Beekamtii keennuun gaarii nama jajjabeessa,1
461
+ Maal godha maqaa qofti akka itti jiraatu abbaatu beeka,0
462
+ Warri nu ajjeese isinii!,0
463
+ Teessoo fi logistics homaa hin qabne safuu,0
464
+ Baga waliin gammadan,1
465
+ off ilaala deemuun gaariidha.,0
466
+ Kun waan gaarii fi amilee hojii kan nama keessati uumudha. Garuu akkuma kana utuu faayidaan hojjetaa ilaalamee gaariidha.,1
467
+ Bagaa waalin gamaane,1
468
+ Ittifufaa,1
469
+ rakkoo lojistikii fi caasaan mana hojjichaa itti yaadamu qaba.,1
470
+ qoosaa akkamiii jalqabdanii,0
471
+ yoom haqa fii galata hojjata eggame beeka miilan badiya deema oolla,0
472
+ waljajjabeessuu fi walgalateeffachuun barbaachisaadha,1
473
+ gatii isaaf Malu kennuun Barbachisaadha.,1
474
+ nama gadiisisa!,0
475
+ baay'ee nama gaddisiisa yeroo hedduu isin eegne,0
476
+ gaafuma kam hojii sirrii hojjeettuu laata..,0
477
+ yoom isiin rakkisee..,0
478
+ kolfan nu fxxan,0
479
+ naannoolee biroo gaditi mindeeffamuun gaarii miti,0
480
+ mindaa nuuf gaffalamu gadaanaa dha,0
481
+ nu gowwoomsan,0
482
+ nama rakkisuun maalii,0
483
+ sobduu hundaa,0
484
+ funaantuu,0
485
+ guddinii galii eessa lixee,0
486
+ ni eegganna,1
487
+ ammallee foyyadhuu dadhabnee,0
488
+ yoom dhuggaa dubbatuu,0
489
+ dhuuggaa dubbachuun isiin irraa fagaatee,0
490
+ obsuun gaarii dha.,1
491
+ wajjirri duwwaa yoo ta'e irraa baratuu,0
492
+ "Jabadhaa,hojii gaariidha",1
493
+ baayyee gaariidha ammallee itti fuffaa hojii kana,1
494
+ kolfan dhumnem hin obsinee malee,0
495
+ baay'ee nama gadiisiisa itti yaadaa!!!,0
496
+ meerkurii baradaa jirtani ?,0
497
+ sobduu duwwaa,0
498
+ ammantaa isin irraa hin qabnuu,0
499
+ muxxannoo garii maaliif hin barbaadan,0
500
+ ofii dhumnee nama jiraachifna,1
501
+ ulfatina hojii ilaala hin jirtan,0
502
+ damee keessaniif hin yaadan,0
503
+ kun sirriitti itti yaadamuu qaba.,0
504
+ Gaariidha hatantamaan hojjotti hiikamuu qaba.,1
505
+ "kun siriidha,seeradha",0
506
+ Kana Nu Dhageesisuu Kessaniif Galatoomaa,1
507
+ Galatoomaa!!! ,1
508
+ kanumaayu nu dhageessisuu keessaniif galata guddaa qabdu,1
509
+ Yaada nuuf heeru keessanif ulfaadha jechuun barbaada. ,1
510
+ Jabaadha jara keenya hojjataan hamilee dhabaa jiraa,1
511
+ "obsaa, kan 1ffaa furameera. kaniis ittuma deemna. ",1
512
+ yaanni keessan akka yaada tti gaaridha ,0
513
+ labbsiin kun bbbbb garidhaa,1
514
+ baayee namatti tolaa,1
515
+ Galatoom waan haara jiru ellee akkanuma ummataaf ibsaa,1
516
+ labsii baasuu fi TGG gaggeessuun gaarii ta'ee hojjattota kana raawwataniif maaltu yaadamee?,1
517
+ Gaariidha,1
518
+ hubannoo hawaasaa barbachisa,1
519
+ galaatooma,1
520
+ Mirga hojata ega,0
521
+ iftoomina barbaada,0
522
+ dhaabbata hin foyyofne,0
523
+ mirga keenya eega hin jirta,0
524
+ dantaa hojjetaa ilaala,0
525
+ akka kanaatti jijjiramni hin dhufuu,0
526
+ anaan kan gaaffi natti ta'u.,0
527
+ nu deeggaraa hin jirtan,0
528
+ dandeetiin hin jiru,1
529
+ maal nuuf godha oduun hojiitti jijjiraa,0
530
+ bayyee gariidha ibsii nuuf kennitan,1
531
+ waan gaariidha. ,1
532
+ hojjataan seektara kana gadi dhiisee baqachuu mala,0
533
+ "Jabadhaa,waan hojjetamee hojii gaariidha",1
534
+ ammallee itti fuffaa hojii kana,1
535
+ oggeessa kana badhaasuu qabduu,1
536
+ kallaqnii hojiitti jijjiramuu qaba,1
537
+ gammanneerra,1
538
+ Si'ataa akka ta'uuf gaheen isaa olaanaa dha. ,1
539
+ hojiin hojjetamee Gaaridha ,1
540
+ marii Bareedaa dha,1
541
+ kan biyyaaf ta'u hojjechuun gaariidhaa,1
542
+ hojiidhaan biyya guddiisuuf gaariidhaa,1
543
+ hubannoo uumun bayyeessadha.,1
544
+ Gaaridha ammas itti daddabalaatii waan haaraa hojjedha ,1
545
+ bayyeessa dha,1
546
+ bayyeessa hojiin akkassii kun,1
547
+ Hubbanan kenamuun kun gaariidha. ,1
548
+ hojjii hojjetaniif Gallatoonni keessan guddaa!,1
549
+ hojjin keessaan kun Baay'ee nama dhiba!,0
550
+ kun dinqii dha,1
551
+ hojii sirrii hojjeettuu gaariidha,0
552
+ biyyaa kan guddisuu humna guutuun hojjechuu dha,1
553
+ hubannoo uumun hojjitiif daandii gaarii uuma,1
554
+ Gaaridha ammas itti hubbannoo uumuun kun itti haa fufu,1
555
+ dansa dha jabaadhaa,1
556
+ Waa'een kanaa yoom isiinii galaa.,0
557
+ "waan gaariidha. barumsa akkasii dabarsuun isan haa baratuu!! galatooma,! Horaa Bulaa!!",1
558
+ ta'uu baannan hojjataan seektara kana gadi dhiisee baqachuu mala,0
559
+ ofumaa nyaachuufi ,0
560
+ Itiyoophiyaan Guddatte jedhame boolla maaliitti namme?,0
561
+ nutii hojii irratti dhiibaa obsaan isin eeggchaa jiraa. ,1
562
+ gammaadaa jiraa turee maal godha,0
563
+ Yoomuma siniif dhugooma laata? ,0
564
+ obsuun gaarii dha.,1
565
+ waajjirri duwwaa ta'utti obsaa jettanii,0
566
+ Yoomoyyu amanta sin irra hin qabnnu.,0
567
+ nyaata namaaf bideena qopheessa jira.,1
568
+ hojii irratti gufuu ta'era,1
569
+ kun baayyeessa hojii gaarii,0
570
+ sirriitti itti yaadamuu qaba.,0
571
+ hojjiitti hiikamuu qaba.,1
572
+ "siriidha,seeradha",0
573
+ Kana nu Dhageesisuu Kessaniif Galatoomaa,1
574
+ Galatoomaa!!! ,1
575
+ galata guddaa qabdu,1
576
+ ulfaadha jechuun barbaada. ,1
577
+ Jabaadha jara,1
578
+ obsaa,1
579
+ Yoomuma siniif galaa? ,0
580
+ akka yaada tti gaaridha ,0
581
+ labsiin kun baay'ee garidhaa,1
582
+ baayee namatti tolaa,1
583
+ Galatoom waan haaraa nu beeksiftan,1
584
+ muxxannoo maaf hin fudhannee,0
585
+ labsii baasuun gaggeessuun gaarii dha,1
586
+ Gaariidha,1
587
+ hubannoo hawaasaa barbachisa,1
588
+ hamilee dhabaa jiraa,0
589
+ nama lafatti wali galetu mokarra waliin baha jette oromoon,0
590
+ gadi dhiisee baqachuu mala,0
591
+ "Jabadhaa,hojii gaariidha",1
592
+ kalaqini kun itti haa fuufaa,1
593
+ baay'ee gammanneerra,1
594
+ Haqa qabeessa fi Si'ataa akka ta'uuf gaheen isaa olaanaa dha. ,1
595
+ kuni bar dhaabbata maqaa qofaan hojjataa jiruu ,0
596
+ Hanga mirgii hojjatootaa fi caasaa magaaloota fi ,0
597
+ baayyee gaariidha ammallee itti fuffaa hojii kana,1
598
+ mucaan kun badhaafamuu qaba.,1
599
+ Dantaa gibiraa qofa osoon tane jijiramani hojjatootaf tasifamu ilalcha kesa galchun barbachisa .,0
600
+ biyya guddiisuuf hojjechuu gaariidhaa,1
601
+ Caasaa fi miindaa mana hojichaa sadarkaan jiru yoo hin foyyeessin ammallee jijjiiramni hin jiru,0
602
+ anaan kan gaaffi natti ta'u.,0
603
+ hojjetaaf yaadaa,0
604
+ Gaarii dha hata'uu malee rakkon jira,1
605
+ Oduundhaan Gurra Nama Bokoksuun ,0
606
+ bayyee gariidha ,1
607
+ galatooma Horaa Bulaa!!,1
608
+ Gaaridha itti dabalaa,1
609
+ Maree Bareedaa dha,1
610
+ Mirga hojata ega,0
611
+ Waan namaaf taa'u hojjechuun gaariidhaa,1
612
+ gad dhiifnee ba'uuf qophii xumurree jirra. ,0
613
+ biyya guddiisuuf hojjechuu gaariidhaa,1
614
+ hubannoo uumun gaariidha.,1
615
+ Gaaridha ammas itti daddabalaatii waan haaraa jiru beeksisaa. ,1
616
+ nu gowwoomsatan,0
617
+ bayyeessa dha jabaadhaa,1
618
+ dansa kun,1
619
+ ammallee jijjiiramni hin jiru,0
620
+ Hubbanaan gara Adda Addaatiin kenamuun kun baay'ee gaariidha. ,1
621
+ Gallatoomaa!,1
622
+ kanafuu waqnii haa faraaduu,0
623
+ kun hin barreedu,0
624
+ nu dhaajjestanituu,0
625
+ bu'aa isaa isinumti tilmaama mee,0
626
+ kana caala jabaanne hojjachu qabna,1
627
+ ni danda'amaa jabbaadhaa!,1
628
+ itti fufaa,1
629
+ Hamileen garii ta'ee waajjiiri keenya waajjiira dhiheena hundeefameeyuu hin gahu ,0
630
+ ogeessa sadarkaan jiruu foyyeessuu fi cimsuuf yaaluun isin biratti dagatameera. ,0
631
+ waa tokko wanti nugammachiisu hin jiru,0
632
+ gatii nuuf hin qabu,0
633
+ baay'ee gammadneerra!,1
634
+ hojjettootaaf faayidaan addaa akka taasifamuuf hojjechuudha.,0
635
+ Jabaadhaa,1
636
+ Beekamtii keennuun gaarii nama jajjabeessa,1
637
+ Maal godha maqaa qofti akka itti jiraatu abbaatu beeka,0
638
+ Warri nu ajjeese isinii!,0
639
+ Teessoo fi logistics homaa hin qabne safuu,0
640
+ Baga waliin gammadan,1
641
+ off ilaala deemuun gaariidha.,0
642
+ Kun waan gaarii dha Garuu akkuma kana utuu faayidaan hojjetaa ilaalamee gaariidha.,1
643
+ Bagaa waalin gamaane,1
644
+ Ittifufaa,1
645
+ rakkoo lojistikii fi caasaan mana hojjichaa itti yaadamu qaba.,1
646
+ qoosaa akkamiii jalqabdanii,0
647
+ yoom haqa fii galata hojjata eggame beeka miilan badiya deema oolla,0
648
+ waljajjabeessuu fi walgalateeffachuun barbaachisaadha,1
649
+ gatii isaaf Malu kennuun Barbachisaadha.,1