id
stringlengths
1
6
text
stringlengths
2
6.37k
410800
Pirezidant al-Bashiir Siiriyaa akka fakkeenyaatti fudhachuun tasgabbii dhabuun gara baqattummaatti akka geessu himan.
410801
Amma uummanni Oromoo kan yeroo kamiituu caalaa sirni wayyaanee nagahe jedheera.
410802
– Dhukkuubbii marsaa laguu ni hir’isa
410803
Lolli Liyyuu polisii akeeka ykn tapha siyyaasaa mata duree kana jalatti mul’atudha.
410804
Gargaarsi midiyaalee irraa argatan ammoo, akka haadha leencaatti akka ilaalamtuuf carraa kenneefiira.
410805
Yuunifoormiin bifa daalachaa duraan humni kun uffachaa ture "amma kan uffachaa jiru warra Shaneeti" jedhan.
410806
Warri uummata Oromoo diiguu malee ijaaruufi itichuu hin beekne, warri uummata Oromoo gooluufi shororkeessuu malee bira dhaabbachuufi ittisuu hin beekne , warri uummata Oromoo hidhuu, ajjeesuu, dhiiga dhangalaasuu malee gumaa baasuufi mirga falmuu hin beekne har’a humna qabsoo bilisummaa Oromoo Qeerroo cabsuufi akeekaaf kaayyoo galii qabsoo bilisummaa Oromoo Qeerroon Bilisummaa Oromoo galmaan ga’uuf socho’u dura dhaabbachuuf shira diigumsaafi diinummaa butachuun maqaa ’’ Qeerroo Oromiyaa’’ jedhu maxxanfatani gadi bahaa kan jiran ergamtoota wayyaanee EPRDF/TPLF/OPDO fi caasaa tikaaf siyaasaa isaanii ta’uu hubachuun Qeerroon dargaggootni Oromoo, sabboontootni uummatni Oromoo ,barattootni Oromoofi qaamoleen hawwaasa Oromoo hundi irraa akka of eeggatuufi akeekaa farra tokkummaa siyaasaafi uummata Oromoo ta’ee gadi bahaa jiru kana dura akka dhaabbatnuuf waamicha ariifachiisa dabarsina!
410807
Bara darbe tuutni astiroonotii dubartoota qofa qabu hawaa keessa miilaan imlaniiru.
410808
Ergasi qoqqobbiin irra bu'us Kooriyaan Kaabaa homaa gabbisa niwukileraa isiirraa dhaabbatuu hin dandeenye.
410809
Akkuma hackbar feeteen toolbar ni argita.
410810
Mee akka furmaatatti qabxiilee muraasaa haa eerru:
410811
teessee dhugdee akka itti dhaga’amu hin godhiin.
410812
Oromoon Paramida Egypte ijare achi ka'ee isaa ga'ee?
410813
Bara kana isaan lamaanuu rikoordii m5000 cabsuuf kan isaaniif hafe sekondii yartuu ture.
410814
Kaayyoon isaas uummata Oromoo biyya keessa jiru toora tajaajiila eegumsa fayyaan deggersa barbaachisuu gochuu akkasumas biyya alaa keessatti hojii qorannoo gaggeessuu akkasumas ijoollee barnoota tajaajiila eegumsa fayyaa barataa jiraniif deggersa gochuu akka ta’e ibsamee jira.
410815
Gaafii kanaaf deebii gabaabaa kennuu dhaaf, akka ilaalcha kiyyaatitti jechuu kooti, eeyyen wanti waliin qaban jira jedheen yaada.
410816
Inni saatii gantonniif galtuun maqaa waliin awwaalamanitti akka siidaa Aanolee uummata isaa keessaa dheeratee argama.
410817
Ta'us, lola Itiyoophiyaafi Ertiraa hordofee yeroo gabaabaa keessatti nootiin maallaqaa akka jijjiiramu ta'eera.
410818
bay´ee gaariidha heddu heddu nu boonsiftan guddina afaan oromootif heddu waan bonsaadha.
410819
Sagantichi yeroo mootummaan gaaffii ummataa gama hundaan furuuf socho'aa jirutti qophaa'uunsaa kan adda isa taasisu ta'uu kan himan hooggantuun Biiroo Aadaafi Turiizimii Oromiyaa, Aadde Loomii Badhoo, aadaan Oromoo immoo bu'ura tokkummaa ummatichaa ta'uu dubbatu.
410820
Amma yoonaatti iyyata 980 keessaa hayyama kan argatan 20 qofaa ta'uunsaanii garuu waan himu akka qabu shakkii hin qabu.
410821
Dhaloota Somaaliyaa durii fi dargaggoota gidduutti riqicha ta'uunis wal qunnamsiisaa turtes jedha.
410822
Dubbiin dhugaa of keessaa hin qabne garuu taajjaba dabala malee homaa hin fidhu.
410823
Gadayi ” jedhaman akka ta´e hubatamuun danda´ame.
410824
Madda suuraa, Reuters Ibsa waa'ee suuraa, Uummata Masir biratti lubni bakka olaanaa qaba, waaqolii gammachiisuun hojii isaanii dursaati jedhama.
410825
Innis ”mana Obboleessa keenya isa guddaa Burraayyuu bakka Maaram Safar Jedhamu jira” naan jedhe.
410826
''Sababni isaas hunda dura tokkummaan keenya barbaachisaadha.
410827
Goolii eegaan lammii Biraazil kun Baarnes itti dhufuu isaa osoo hin yaadda'iin, gara Viinseenti Kompaaniitti dabarseera.
410828
Kunis laafina siistama kompiyuutara tokkoo ykn neetworkiin tokko qabu (qaawa laafaa) adda baasuun laafina ykn dadhabina isaatti fayyadamanii keessa seenuu jechuudha.
410829
“Salphoon amma lama irra ejjetu nama irra ejjetti” jedhan.
410830
kan haqa namaa wallaalaf ,dha laa jirtuu awwaalan.
410831
Uummatnis prezedaant Isaayyaas Afawarqiif simannaa ho’aa akka taassisu waamichi dhiyaatera.
410832
Duulli na filaadhaa Tiraamp torbee darbe Tulsaa Oklahoomaatti gaggeeffame sirba baandii kanaa ‘You Can't Always Get What You Want’ jedhu fayyadameera.
410833
Utuu yakka Malaamaltummaa ittisuuf ta’ee Ilmaan Tigiree fi Aangawootni TPLF kanneen akka Abboy Tsahaayyee, Azeeb Masfiin dabalatee hundii isaanii mana hidhaatti argamu ture.
410834
Mormitoonnis jeeqama irraa akka of qusataniif mariif akka of qopheessan yaadachiisaniiru.
410835
Wacitii abbaan cabsee kaa’e, kan dhiqee kaa’e itti kakata.
410836
Mana hidhaattis Abdiisaa fi Kapiteen Juuliyoon michuu ta'an.
410837
Fardaa mana farsoo yk daadhii jalatt hidhamee hattuu addagee kara deemtuun hiikkattee mac jettu miti.
410838
Akkasumas, gochawwan akka seerota filannoo raawwachisuu, paartilee siyaasaa to'achuu, paartiilee siyaasaatiif deeggarsa raabsuu, taajjabdoota filannootiif hayyama kennuufi to'achuu.
410839
Xiqqoo turuu mala, obsaan eeguu qabna.
410840
Ilmaan Oromoo bahaa-dhiha, kaabaa-kibba dhimmi isaan walitti hidhee jiru oromummaa fi oromiyaa dha.