id
stringlengths
1
6
text
stringlengths
2
6.37k
200
Hiriyaa achitti horadhetu marii dheertuu booda miseensa jaarmaya sanii tokkotti na geesse.
201
Cubbu keenya nuuf dhiise, ofitti nuu araarse, hidhaa keenya hiike, dukkana keenya ibse, nagaa en nuuf Kenne, dhiifama cubbu fi fayyina bara baraa isa karra Yesus Kristos Goofta keenya nama hundumaaf qophaa’e akka labsnuuf nuu erge.
202
Mootummaan Wayyaanee jalqaba bara 2008 keessa godina addaa Oromiyaa kan jedhu uumuun Oromoota akaakayyuu fi abaabayyuun laficha irra jiraataa turan buqqisuun shiraan maqaa ’misooina’ jedhuun lafa Oromoo humnaan saamee towannaa isaa jala galchee jira.
203
yemmuu kabajamu tuffii uummata Oromoorratti Jen/Samooraa Yaanus darbatame haqasaa agarsiisuuf.
204
Dhaabbanni mootummoota gamtoomanii dhimmaa Alquds/Jerusalem ilaalchisee labsii Traamp irratti sagalee kennuuf wal gahii ariifachiisaa kan yaame yootahu, Kora Khamiisa har’aa qophaayaa jiru irratti biyyoonni addunyaa sagalee akka Ameerikaaf kennan Ambaasadarri Ameerikaa Niikii Heelii xalayaa doorsisaa biiyyoota hundaaf kan barreessite tahuu gabaasni arganne ni mul’isa.
205
Ammas Nabii Ibraahim du’aayi itti fufuun salaata irratti isaa fi ilmaan isaa akka gadi dhaabu Rabbiin kadhata.
206
Dargaggeessi xomboora guuree Daamaraa Masqalaa gubee, Kormoomsaa daaraa masqalaa addatti dibatee, sirba masqalaa wal jalaa qabee sirbaa yiikkisee dhiichisu, shamarran dibbeen lafa goosan jaarsi biyyaa ija irraa hafaa, horaa bulaa jedhee naannoo ibsaa masqalaa dhaabbatee yeroo itti eebbisu dha.
207
Haa ta’u malee, galii kaayyoo tokkoo beekuun ykn murteeffachuun barbaachisaa dha.
208
Finfinneen magaalaa gudditti Oromiyaafi bakka teessoo Fedaraalaati malee dirree wal morkiifi Abbaa biyyummaa Oromoo laamshessuufi dhabamsiisuuf irratti koratanii ta’uu hin qabdu.
209
Dhukkubsattoonni dhukkuba daddarboon hubamanis gorsa ogeeyyiirraa kennamu haalan hojiirra oolchuu qabus jedhu.
210
Seerri Ameerikaa qaamoleen alaa waa’ee dhimmota muraasaa akka beeksisan ni-eyyama, haata’u malee, filannoo keessa harka akka galfatan hin-eyyamu.
211
Qabiyyeetti darbi Kutaawwan Oduu Itoophiyaa Viidiyoo Jajjaboo Oduu Itoophiyaa Viidiyoo Jajjaboo Waldhibdee Tigraay: Komishiniin mirga namoomaa nageenyi lammiilee nagaa akka eegamu gaafate 5 Sadaasa 2020 Madda suuraa, EHRC/FB TPLF buufata waraanaa Izzii [ajaja] kaabaa irratti haleellaa raawwate jechuun MM Itoophiyaa Abiy Ahmad humni waraanaa TPLF irratti tarkaanfii akka fudhatan ajajaniiru.
212
Ameen Kan Akka kee Hin Jiru - WikiMezmur: Mezmur Lyrics
213
“Dhugumatti, isaan amananii fi hojii gaggaarii hojjatan, Jannanni Firdaws iddoo simannaa (qubannaa) isaaniif taatee jirti.
214
Next JECHOOTA HOJIIF BARBAACHISOO: Kutaa Sadaffaa
215
Waanuma dhugaa osoo asiif achi hin jallisne dubbatte.
216
Kanaafu Rabbiin sodaanne filmii ilaalu yoo dhiisne boqonnaa sammuu ni arganna.
217
Wayyaaneen obonboleettii bonaatii, yeroof huursiti malee hundee gadi fagoo hin qabduu.
218
Alberti Inistaayin, “Addunyaan kun kan isheen baddu namoota jallina hojjetaniin osoo hintaane namoota jarreen kana callisanii ilaalaniini” jedhan jechuun qaamolee gocha malaammaltummaa raawwatanirratti gareedhaan duuluun murteessaa ta’uu ibsaniiru.
219
Konkolattoota tajaajila hin laanees irra immo gabatee hiikaa akka jiran ragaaleen ni mul’isu.
220
Kana irratti qoorannon goodhame kitaba ta’ee maxanfamee jira.
221
Bareeddicha akka cirri, mul’ataa tuuta keessaa
222
Warra Mirga Namoomaa hojjetaniif siyaasni ulfaataa dha.
223
Yaanni Shaggar irraa ka’ee, farda Jiddaatiin gulufee Bacho isa geesse.
224
Sababnisaa, namni Afaan Oromoo beeku kamiyyuu akkanatti waan hinfayyadamneefidha.
225
Abiyyi Ahimad badhaasa Noobeelii Nageenyaa bara Faranjootaa 2019 injifachusaaniif Ummata Itoophiyaa maraan baga gammaddan jedhaniiru.
226
Kanaafi, Rabbiin kanatti akka gammadan akkana jechuun ibsa: Jedhi, “Tola Rabbiitii” kana jechuun Qur’aana qananii fi tola hundarra caalee Rabbiin gabroota Isaa irratti ooledha.
227
Hundaafuu walumagalatti qabsoon Oromoo amma didirrisaa jirtu kun akkuma iddoo garitti qacacuu jalqabe kun guutuu Oromiyaatti yoo dhoo'e jiraachuu mootummaa wayyaaneef carraa dhumaati jedhamee yaadama.
228
Rakkoon mul’ata adda addaa uume kun, akkaataa seenaa fi gaafiin biyyoolessaa Oromoo itti hiikamu natti fakkaata.
229
Ergasi namtichi abdii kuta, du’aayis ni dhaaba.
230
Amma Wayyaaneen buqqaatuttis qabsoon, FXGn kan duubatti hin deebine ta’uun amma dinaafis firaafis mirkana.
231
Ayynaatuun kan ajjeefamte Harargee Bahaa, magaalaa Qobbootti.
232
ADDA BILISUMMAA OROMOO OROMO LIBERATION FRONT رقم 2016/Lakk.
233
MARII ADDAA HAALA YAROO FII MEDIA, AUG 17,8,2018 14 час.
234
Tokko, wareegama Qabsoo kana jiraachisuuf kafalameedha.
235
2 - Bakka tokko tokkotti ummata, keesumaa ammoo alagaa Oromiyaa keesa jiraatan irratti fuullefatanii haleellaa dhaqabsiisuun A.
236
Lakkoofsa 19-21 'hojjiwwan foonii' ni tarreessa.
237
Kana jechuun kiyya Beekan matagale barressuu hin danda’u jechuu kiyya osoo hin tahin barreeffamni isaa dhandhama qabaachuu baatuuf barreessaa fakkaachuuf barreeffama bushaawaa tokko ittanee barreessuu isaa golguu hin barbaadu.
238
Qorattootni namootni buna yeroo baay’ee fayyadaman fayyaa isaanif murteessaa akka ta’ee fi umurii dheeraa jiraachuf caarraa qabu jedhaniiru.
239
Akkuma Waaqayyo nu jaallate u g Waaqayyoon Ni jaallannaa Ree?
240
Kan wal-dhabe araarsuu fi kan gargar fagaate walitti fiduun hojii abbootii amantaa fi jaarsaati.
241
Hojii isaanii jalqabaanis Arjantiinaa waancaa addunyaaf qaqqabsiisuun milkaa'anii jiru.
242
Perkiins akka jettutti wal’aansa yaalii kana osoo hin-jalqabin dura ‘akka duutu yaadaa turte’.
243
Hoggantoonii dhugaa kan har’a illee jiran;
244
Akkuma isin jettan waanti isin asitti argitan Kitaaba qulqulluu isa Muummee Afaan Giriikiitiin “Textus Receptus”,
245
Fakkeenyaaf sariitii (daara baaftuu) fi qanjeebuu.
246
Wayyaaneetti mataa dhukubbii guddaa kan itti ta’ee jiru keessaa, baayyina ummata Oromoo fi baldhina dachee oromiyaa ti.
247
Oromo / Afaan Oromoo from 0.
248
Qananiisaan moo'amuu Mombaasaatti isarra ga'eerraa bayyanatee Shaampiyoonaa Addunyaa IAAF 2007 kan Osaakaatti geggeeffamerratti meetira 10,000n nama biyyasaa Silashii Sihiin moo'achuudhaan tokkoffaa ba'e.
249
Kan bara barummaa anayeleyishinizimii (annihilationism) guutuu guuttii sirritti hubachuu kan hin dandeenye ilaalcha kan biraa dha.
250
Benishangul godina Kamaashii keessa kan jiran aanaalee Oromiyaa keessumaa lixaa fi baha wallaggaa wajjin rakkoo nageenyaa uumameen lubbuu namaa fi qabeenyaa irra miidhaan dhaqqabuu waajjirri biiroo dhimmoota kominikeeshinii Oromiyaa beeksisee jira.
251
Wanti gadifageenyaan laalamuu qabani fi anis yaada kiyya irratti ibsuuf deemu garuu gaafii qabsoon kun garamitti (karamitti) deemaa jira?
252
Sana yoo saawwi nyaate nama foon dheedhii nyaatutti dabarsuu dand’a.
253
Dhuma bara 2018 kan keessa qorannoo marsaa lammaffaa kanaan akkaataa lafa ballaa ga'uun hirmaannaan qorannichaa akka dabaluufi walqixxummaan hunda bira ga'u taasisuuf irra deebinee se'cca'uun dhiyeessineerra
254
Akkasumas, miseensoonni kutaa kanaa yeroo hunda uffata danbii akka uffatan ajajuun akka qoratamanis waadaa galeera.
255
Madda suuraa, Getty Images Ibsa waa'ee suuraa, Yaa'ii Addunyaa Misooma itti fufaa, Afriikaa Kibbaa bara 2002 Yaadni isaa qorannoowwan rakkoo biyyoota guddataa jiranii furuu danda'an jedhamanii yaadaman, garuu balaa qabaachuu malan, Kubaaniyyootni gurguddoo maallaqaan akka deeggaran jajjabeessuu ture.
256
Oromoon gaaga’amaa of fakkeessaa hin jiran garuu gaga’amoota dhugaatii.
257
Kaleessa gaafa filannoo biyyoolessaatiif dorgomus eddoo injifatametti korojoo hatee, lubbuu namaas galaafachiisee akka achi gahe wallaalamee miti.
258
Guyyaa hardhaa Magaalaa Dirre-dhawatti dhalattoonni Somaalee Salaata Jum’aatiin booda mormii dhageessisaa turaniiru.
259
Isaayaas akka miidiyaa Oromoo kana waliin gaaffii deebii godhu kan dirqe qabsoon ummata keenyaa kan gumaacha OMNiin wal qabatee finiine Wayyaanee raasuu danda'uu isaa ti.
260
Ergasiis mootummaan hojiilee garagaraa hojjechuun imalli irra deebiin akka eegalu Labsii bobbii hojii 923/2008'n eegalchiiseera.
261
Gareeleen mirga namoomaaf dhaabatan sirni Eertiraa keessa jiru jijjiiramuu qaba jechuun gaafatu.
262
Waan maraafuu kan beekaa rafe … isa jedhan waan ta’eef qalbii isaaniif haa laatu jechuun ala waan jennuun hin qabnu.
263
Injifannoolee tana galmeeysuuf, biyya keessa qofa odoo hin taane, biyyoota alaa keessattiis wal’aansoo cimtuu tu adeemsifame.
264
Innis, "namni yakkaan shakkame eeruun poolisiif kennama, poolisiin galmee banee dhimmicha qulqulleessuu jalqaba, qorannoo yoo xumuru abbaa alangaaf dhiyeessa, abbaan alangaa qorannichi guutuudha jedhee yoo itti amane mana murtiitti dhiyeessee himata irratti bana" jedhan.
265
Goodayyaa suuraa Jarreen kunneenis yoo isaan du'an afaanichi akka baduu dubbatu
266
Amma harka mirgaa ka miidhame, ceekuu bitaa irra kaayatee, ganaa harka bitaatiin ciqilee qabatee akkuma rafaa turetti ol jedhee taa’e.
267
Haa tahu malee hidhichi qulqullina guddaan hojjetamaa jiraachuu isaa osoo beekanii falmiif itti fayyadamu jedhan.
268
Oromoon yeroo dheeraadhaaf qabsoo bifa garagraan taasisaa turuun ifa.
269
Finfinnee, Hagayya 30,2010(FBC)- Atleetiin Keeniyaa Pool Kooch umriisaa waggaa 49ffaatti du’aan boqate.
270
Paarkiin kun bishaan gurguddoo, karra gafarsaa kumaatamaan lakkaa'amaniifi roobii hedduu qabuun baayyee haawwatamaa ta'u himu Obbo Cammareen.
271
Paartiileen siyaasaas gahee irraa eegamu bahachuu akka qaban gorsu.
272
Carraa kana fayyadamees mootummaan yeroo gara garaa qabiyyee waantota Interneetiin gadhiifamanii sakkatta’ee dhogga, Gaazexeessitoota odeeffannoo Intrneetiin maxxansan ni hidha.
273
Bara 1987 osoo Waajjiraa Barnootaa Magaalaa Dambi Dolloo keessaa hojjetaa jiruu dhimma siyaasaf qabamee eessa buuteen isaa dhabameera.
274
Dhuukuubichii kan waliitii darbuu walquunamtii bishaan haaraa maxaantuun faalammeni.
275
Sirna Bulchiinsa Mootummaa (Kutaa 3ffaa) Maalummaa Ofiin Of-bulchuu (Self-rule) Miseensota Federeeshinii
276
✎ Seenaa darbe caalaa ragaaleen, mallatoolee fi odeefannoon Guyyaa Qiyaamaa agarsisan baay’eedha.
277
” kana jechuun akkanumatti fi sobaan waan isin uumne seetu (yaaddu)?
278
Abjoototaaf haa galatu amma waliitt dhufuu eegalaniiru.
279
[Qur’aana] dura, namootaaf qajeelfama akka ta’aniif, Al-Furqaanin ni buuse.
280
''Qabatamaan akkuma beeknu miseensoonni boordii filannoo shan muudamuun alatti caasaan filannoo hanga gadiitti jiru hingeeddaramne,'' jedhu.
281
10 Fuulbaana 2020 Madda suuraa, Kelala Ibsa waa'ee suuraa, Qajeelfama Kalalaa Waggaa Sadii dura Salaam Museefi hiriyyonni ishee lama yeroo boqonnaa isaanitti buna waliin dhuguuf wal argan.
282
Murtiin ajjeechaa itti murtaa'es boodarra gara hidhaa guututti jijjiirrame.
283
Akka fakkeenyaatti Lidatuu Ayyaaloo fi Tolosaa Tasfaayee fudhachuun ni danda’ama.
284
Must Listen: Waayee FDG fi Haala Uumata Oromoo Walliftooti Oromoo Akkamitti Ibsuu?
285
Amanamummaa isaan, waan jedhe ni raawwata.
286
Jalqaba jarraa 20ffaa booda qabsoon FDG haaluma facawaan yeroo fi bakkoota adda addaatti gototaan geggefamuu egale.
287
Namooti mandara kanaa afaan kam waan dubbatan sitti fakkaata
288
Akka Irreechi ayyaana aadaa Oromoo malee mallattoo amantii Waaqeffannaa hin tahin karaa dandaáme hundaan sabaaf addeessuutu irraa eegama.
289
Hubadhaa OMN banamuun baatii 6 dura.
290
Tapha darbii guyyaa Dilbataa Totanihaam waliin taasisan irratti, Totanihaam 2 fi 0n Arsenaaliin injifataniiru.
291
Yaroo Wayaaneen obboleessa isaanii ajjeesse darbu isaanii immoo borsaa isaa keessaa waan qabu fudhatanii reefa isaa bineesa dagalaaf dhiisanii deemu.
292
Yesuus gargaartota kudha lama fo’ate - Seenaa
293
Hubannoon ykn dandeettiin gosoota hedduutu jiru: hubannoo miiraa, dandeettii gochaa, yaadannoo yeroo dheeraa fi kanneen biroo.
294
Generaal Waaqoo Gutuu lakki ati gadi jedhiif (qomaa’iif) malee ani gadi hin jedhu jedhe.
295
Manni marii magaalattii yaa’ii idilee Guraandhala 2009 taa’een dhaabbileen oodiittiin irratti argame hatattamaan tarkaniiffii sireeffamaa fudhachuun mana-marichaa akka dhiyeessan hubachiise ture.
296
Biyyoonni muraasaa ammoo fageenya sanaa ol eegaa jedhaniiru: Fageenya meetira tokkoo – Chaayinaa, Deenmaark, Firaans, Hoon Koon, Liitaaniyaa, Siingaapoor Meetira 1.
297
Garuu seenaan armaan olii kun akka inni itti barreeffametu seenaa dhugaati jedhee fudhachuuf narakkise dhiiroo na oofkalchaa!
298
Warri kuni maallaqa guddaa, muuxannoo shira xaxuu guddaa, xinsammuu keenyallee waan beekaniif numa waliin dhahanii carraa kana nuharkaa butuu barbaadu jedhan.
299
Waan Kadir Martu jedhe ilaalchisee ?