id
stringlengths
1
6
text
stringlengths
2
6.37k
0
Inni kaleessa Moyaaleetti raaw’atame caalaatti suukanneessaa haa tahu malee Mootummaan Itoophiyaa erga maqaa Labsii Yeroo Muddamaa/State of Emergency jedhuun Ummata Oromoo fi Oromiyaa irratti labsii lolaa haaromsee jalqabee Naqamte, Dambi Doolloo, Ambo, Awwadaay, Gudar, Jimmaa fi walumaagala guutuu Oromiyaa keessatti Ummata nagaa (meesha-maleeyyii) badii tokko malee haala suukanneessaa taheen ajjeesuutti akka jiru marsaaleen sab-qunnamtii hawaasaa fi miidiyaaleen Addunyaa hedduun guyya-guyyaan gabaasaa jiru.
1
Jechoonni oomisha Shiraa keessaa kallattiin waarshaa Wayyaanee keessaa baafamani torbanoota darban kana balballoomaa turan “injifannoo arganne tikfanna, Dr.
2
jabadhuu qomoo koo nutuu waliif jiraa
3
Yeroo haleellaan kun raawwatametti,Hogganaa Paartii mormituu ” Jamiat-e-Islami” fi Bulchaa Kutaa Balkh kan tahe Atta Muhammad Nuur, Hoteela kana keessatti walgahii siyaasaa irra akka ture gabaasni kun ni ibsa.
4
''Yakki isaanii kan beekamuu fi kan uummatni shakkee saaxileen alatti tarkaanfiin akka hin fudhatamne kallattiin ifa ta'e kennameeti kan hojjetamaa jiru'' jedhan.
5
Teewoodroos uummata Oromoorratti nama garajabbuummaan duguuggaa raawwataa turedha.
6
2015 ayyaana Irreechaa jila Oromoo Guddaa irratti akka argamuu qabu walii dhaamee xiiqeffannoo guddaan amantaan utuu wal hinqoodin magaalaa Bishooftuutti argame.
7
Hiikaa suuraalee gaggabaabaa qur’aanaa irraa(tabaarak fi ammaa)
8
Yeroo sannitti, daqiiqaa dhumaatti, waan bade sirreessuun waan akka laayyootti ta’uu miti.
9
Dhala namaa lammii kiyya jedhan irratti hammeenyi kun maaf
10
Otuma wanti jedhan jiraateeyyuu akka itti jedhantu dhiba.
11
Haala kanaan poolisootni Oromiyaa bakka bakkatti qoratamuu, hidhannoo hiikkachiifamuu, doorsifamuu fi hidhamuun itti fufee akka jirus ibsameera.
12
Garee gulaaluuf, baafata "Filannoo fuulaa" irraa, qabduu "Gareewwan" irratti cuqaasi.
13
Keekiyyaa Badhaadhaa: "Waata" [Oromo Music Video]
14
Barachuuf ba'anii balaarra bu'uu Iyyaasuun rakkoon hojii baruu fi barsiisuu miidhaa jiru hanqina bishaanii qofa osoo hin taane wantoonni guutamuu qaban hedduun jiru jedha.
15
Mootummaan naannoo ofiin of-bulcha jechuun aangoowwan seera baasuu, raawwachiisuu, seera-hiikuu hunda isaa irratti ofuma isaaf murtee xumuraa kenna.
16
Yeroo dhugaatii lallaafaa isaanii warreen mana dhugaatii qabanitti kennanii yoo gurguramu dhaa baate akka deebisan gaafachuun rabsuu jalqaban.
17
Adeemsa jijjiramaa keessatti aarii/dheekkamsa too’adhu,abdii ifaa qabaadhu.
18
Artistonni Oromoos yaroo gababa kana keessatti sirba gootummaa isaaf baasaniif jiru.
19
Karaa dandahan hundaan, seera ala ajjeesu, haddhaa sooruu, sangoomsuu, maseensuu, dhukkuba akka Farmullis Farra Misa Rincicaa (AIDS), Koleeraa fi kan fakkaatan fi waan jireenyaa barbaachisan akka nyaataa, wayyaa fi qoricha kan fakkaatandhowwachun ajjeesanii,lakkofsa saanii gad cabsuuf tattaafatu.
20
kn dukkana kaasuu danda’au inni tokkichi Yesuus duwwadha.
21
Saba miidhameef hojedhaa darbaa malee daantaa dhuufaa keessaniif hin ta’iin seenaa keessatti waan gaariin faarfama.
22
Waaqeffatoonni seera uumaa fi uumman qajeelfamuu.
23
Qabsoo bilisummaa gaggeessaa turan keessatti waggoota dheeraafi hidhamuurra darbanii biyya hambaatti baqachuuf dirqamaniiru.
24
Galgala kaleesaa ijoleen amaaraaf tigiree yaaka hojeetan mooraa keessa ba’uun ala bulan.
25
Ilmaan Dagaa immoo Noolee, Jaarsoofi Huumee yemmuu ta’u, ilmaan Alaa’s Abbaadhoo, Abbayyii, Gutayyuu, Arrojjii, Nuunnuu, Goollo, Galaan, Buubbuu, Kaakkoo, Eree, Diiramuufi Meettaadha.
26
Sagantaa Raadiyoo Daandii Haqaa March 14-2015
27
Lakki yoo jettemmoo diinummaan olola kee itti fufta malee QBO duubatti deebisuu hindandeessu.
28
Waa’ee Waaqayyoo fakkii dogogoraa yoo qabaanee inni waaqa tolfamaa yookaan waaqefannaa waaqayyoolli sobaa.
29
Kiristiyaanonni baroota keessatti jiraachaa turan karaa Hafuura Qulqulluutin amananii Yesus wanti waa’ee ofii isaa dubbate sun dhugaa ta’uu isaa fudhatanii ergaa wangeela isaa (sagalee misiraachoo isaa) babal’isuudhaf lubbuu isaanii balaadhaf saaxilanii aarsaa kafaluudhan labsaa turan.
30
Qabiyyeetti darbi Kutaawwan Oduu Itoophiyaa Viidiyoo Jajjaboo Oduu Itoophiyaa Viidiyoo Jajjaboo Baqattoonni Itoophiyaa Jibuutii jiran hiraarsaan guddaa nurra gahe jedhan 7 Hagayya 2018 Madda suuraa, Getty Images Lammiilee Itoophiyaa baqannaan biyya Jibuutii jiraatan hiraarsaan nurra gahe jechuun himatan BBC'tti himaniiru.
31
Osoo hin mari'achiisnee fi dantaa ummataa xiyyeeffannaa keessa hin galchine imaammataa fi seerri mootummaan baasu ibidda itti ta'utti jira.
32
Sana kanan raawwadhus soodaa keessa kiyya jiru balleessuufan.
33
Kanaaf mee sochii bilisummaa Oromoo yoo yaadi caalaa shaffisaa isaan tolchu madduu dandahe xiinxaluu haa yaallu.
34
Naannoo Affaar gama isaan ulaa Jibuutii waliin walqunnamsiisu fi namootni baayyeen konkolaataafi miillaan qaxxaamuran sadiirratti xiyyeeffannoon addaa kennamee hojjetamaa jira jedheera.
35
Guyyoota kudha lama mana hidhaa erga turee ba'ees kutaa hawwaasa gara garaa daawwachuusaa dubbata Iskindir.
36
Sochii kana keessa garuu dogoggorri bifa kamiituu akka hin jiraanneef ,sochii miiraan guutamanii gaggeessan irraa of qusachuu.
37
Murtiin walirraa hiiquu hawaasaa waan jiruuf, giddugaloonni akkasii yoom deebiyanii akka banaman wanti ifa tahe hinjiru.
38
Uumataa ollaa akka Beneshangulii fi Somalee hidhachiftee Oromoo ficisisa jirti.
39
Madda Walaabuu Press: “Wal Irretti Hin Laallu” Wallee Haaraa Gooticha Oromoo Artist Jaafar Yusuuf, Sadaasa 2015
40
Gufuu bilisummaa Oromoo ta’uun hafee, qaama qabsoo bilisummaa Oromoo taati OPDO’n” kan jedhan hedduu.
41
Hanga lubbuun isaa baatutti reebanii ajjeessan, haati warraa isaas miidhamteetti jedha Xilaahun.
42
Haaluma kanaan gootichi WBO Dhiha Oromiyaa Adoolessa 29,2016 barii lafaa sa’aa 4:00 irratti waraana wayyaanee konkolaataa 3n Anfilloo Muggi irraa gara Gambeellaatti deemaa ture bakka SS jedhamutti haxiidhaan haleeluun loltoota wayyaanee 8 battalatti oggaa ajjeesu, hedduu isaanii madeessuu Ajaji WBO Zoonii Qellem beeksiseera.
43
Haa tahu malee, kan dabre kaasan malee kan keessa jiran hubatuu fi fuula dura ofii beekuun ulfaataa waan tahuuf qaphxiilee garii kaasuun dirqii taha.
44
“Wanta kam irraayyu waan isin kennattan Inni (Rabbiin) bakka ni buusa.
45
Imbaasiin Taanzaaniyaa Daar es Salaam jiru ’rakkoowwan tokko tokko mudataniifi olaantummaan qaamni tokko irra aanuun bu’aa filannoo irratti shakkii uuma,’ jedhe.
46
in fi n i ii i
47
Marsaalee Hawaasummaa, Faayidaaleefi miidhaa isaanii: Kutaa 1ffaa
48
Murteen barattoota maatiitti deebisuu mooraa keessa tursiisuu waliin yoo wal bira qabamu hammaataa waan ta'eefi of eeggannoon barattootaa hedduu laafaa ta'uun murtichaaf sababa akka ta'e ibsaniiru.
49
Jaallan hedduu mana hidhaa Baatuu/zuwaay yeroo sana waliin turan hedduu kaayyoo ABO barsiisaa jiru jechuun mana dukkanaatti darbisiisaa ture.
50
Labsiin waraana OPDOn ABO fi WBO irratti agaamama jriuu boruu QBO fi Uummata Oromoo mara irratti akka tahu hubannee ammumaa akka hin milkoofne gochuu qabna.
51
Damee Boruutin, Caamsaa 8, 2018 Uummatni Oromoo gootummaa hiriyyaa hin qabneen utuu rasaasni akka bokkaa itti roobaa jiru sodaa tokko malee diina dura dhaabbachuudhaan ilmaan isaa amma tokko magaagaa diinaa keessaa baafatee jira.
52
Waajjiraalee oromiyaa keessatti yakkoonni raawwataman lakkofsa hin qabn.
53
Biyya sabaa fi sab-lammoota fi Uummataoota gosa 80 ol qabduudhas.
54
30 p-mmpP1A11 DNA Probe mmp169 ABAAABBA-A-ABABBBABAAABBA-BBBAABBBA-BA-BBBBBBAAA-BB-BAAABBBABAB-AAB-A-ABBB--AAB--BB-AB-A--ABAAB-B-B----A---A-AAAAAA-BAAABAAAABABABAAABABBBBAAAAAAABABBAABBAAAABAABABBAAA-BAAAABAAAAAABAB-AABABABAABBAAAAAABABBBAABBBAAABBAAAAABAAAABB-ABABBABABBBAAAAABB-AAABBAAAABABBAAAABBAABB-ABBBAA-AAABAAABBA-A-AAAAB--B-
55
erga magaalaa DHEERAA AANAA DODDOTAA geenyee gareetti wal buusee namooni 20 kophaatti bahanii karaa qaxxaamuraa kan deemaan yemmuu ta’an isaan kunneen ilaalcha adda fi ergama biraa qabu jechuun qoqqobbiin kan ka’ee alaabaa ABO FI Waraqaa baadiyyaa keessa rabsaa deemuufi nurraa adda bahan kan jedhuun basaastoni deemsa dadhabbii guddaa gaafate kana kan karaa dabarsan yemmmuu ta’u maqaan ijoollota kanaa
56
Jaarsoliin Caasaalee Qotee Bulaa irraa dhufan hedduu aarani.
57
Kan nama raaju toftaan wal fakkaataan Bulchiinsa Mootummaa Oromiyaa keessatti gaggeeffamuu fi ramaddiin barbaachisu gaggeeffamuu ega eegalee waggaa lakkofsiisee jira.
58
Namoonni kunniin Iboolaan du’uun isaanii kan mirkanaaye erga du’anii booda.
59
Mana murtii isaan jala jiruuf dhiyaachuusaas didamuusaas hin beekani.
60
(Gareeb maqaa qabsootiin bara 28 Asmaraarra kora guddaa, kora xiqqaa, guyyaa WBO jechuun hawaasa Oromoo diigaa baate yeroo ammaa biyya keessatti dargaa qindeessite amala sii oofa jirtu jedhu)
61
Kana booda maaltu ta’uuf akka deemu kan arguuf teenyu …
62
Qalbii namoota keessatti jibba uuma (namoonni nama badii fi cubbuu hojjatu garmalee jibbu, namtichi suni osoo hanga fedhe cubbuu ofii dhokseeyyu.
63
''Uummannis dhimmoota miira tasgabaa'een akka hordofuu, tutuqaawwan naannooleetti uumaman of eeggannoon akka eeguufi maddii raayyaa ittisa biyyaa akka hiriiruu'' jechuun waamicha dabarsaniiru.
64
Kanaafuu akkuma suuta suutaan farra QBO irraa gara uummata sossobachuutti of
65
Odeessa kana irratti dabalata Qondaaltonni TPLF Isaayyaas Afawarqii dhimma Itoophiyaa keessa harka galfachuu balaaleeffatan17 Guraandhala 2020 Filannoo Itoophiyaa: TPLF sadarkaa naannootti filannoo gaggeessuuf murteessee5 Caamsaa 2020 Paartiin Badhaadhinaafi TPLF waliigaluu dhabnaan Boordiin Filannoo editaroota muude13 Waxabajjii 2020 Isin hin darbiin Shamarran Finfinneetti sabboonummaa Oromoo dagaagsuuf hojjechaa jiran17 Amajjii 2021 Filannoo Yugaandaa booda Boobii Waayin lubbuusaaf akka sodaatu ibseSa'aatii 6 dura Dubartoonni appii sagantaa laguu agarsiisuun rakkataa jiruSa'aatii 7 dura Maaltu haasa'ama?
66
Mirgootii nuti qabsaawaa jirruuf, mirga ilmoo namummaa addunyaan beekame.
67
AMMAS IRRA DEEBI,EE GAA,ELA GAARII ISINIIF HAA TA,U!
68
Kana malees yeroo Qeerroon qalamaa fi daftaraan golee Oromiyaa hunda keessatti falmaa finiinsaa, ajjeefamaa, hidhamaa fi biyyaa arhamaa jiran kana keessatti Ethiopian Democracy dha jachuun akka jarri kun haala qabatamaa biyyatii keessa jiru irraa fagoo tahan garsiisa.
69
Karoorri haaraan waggoota lamaa komishinichaa kunis namoota balaaf saaxilaman 50,000 gara Awurooppaatti fida.
70
Source: ONN:Gaaffi fi Debi,ii Hundessaa Qube Afaan Oromo kessa tokko kan tahe Obbo Taahaa Abdii waliin
71
Waktiin roobaa hanga xumura ji'a Onkoloolessaatti eegama.
72
takka takka : Bag Of Songs
73
kн = 1 + t / T • i.
74
Midiyaaleen biyyattii garuu barbaachisummaa nama kanaa gadi qabuun akka saayintistii meeshaa qorannoo Covid-19 keessatti hirmaatuutti ibsaa turan torbanoota dhiheenya kana.
75
Tags: Allaaduu, Ayyaana Bara Geddaruu, Igichaa, Ingiccaa, Irreecha, Kabaja Ayyaana Ingichaa Abbaa Muudaa Abbabaa Haayiluu faana taasifnee.
76
Biyya dimookiraasiin hin jirree keessatti filannoo dimookitawaa
77
Dhimmi hariiroo Oromoofi saboota biroos qorannoofi marii isaan waliin goonuun bilchaataa deema.
78
Tuffiifi balfa qabaniif irraa ka’uun ummata oromoo mirga isaa gaafate milliyoona 50 “አሸባሪ; ጋኔል; ጋንግስተር; ጠንቋይ” jechuun arrabsan,
79
Waadaa Rabbii kan akka injifannoo fi Jannataa, munaafiqonni “Gowwoomsadha” jechuun ofii fi namoota biroo milkaa’inna irraa duubatti harkisu.
80
Bitamtooti yero hunda qaxaramanii dantaa gooftolii saanii koloneeffatoo tajaajilan jiru.
81
Onkololessa 8/2017 Guyyaa Har’aa Ayyaanni Irreechaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa #Odaa_Bulluqitti bifa ho’aa ta’een kabajame.
82
Barnoota lammummaafi amala gaariirratti, waa'ee barumsa Afaan Oromoofi sirni barnootaa xiyyeeffannoo leenjichaa ta'uus himaniiru.
83
• New Afaan Oromoo song "GOOTA KOO" Faarf.
84
Kanarraa ka’uun daa’immanii fi barattoonni dubartootaa hedduu barnootasaanii akka adda kutan kan dubbatu barsiistuun Muluubirhaan “bakka wanti tokkollee hin jirreetti fageenya deemuu qabdu deemuu hin dandeettu.
85
Bara 1851 fi 1856 gidduutti, Afrikaa gara Dhihaarraa gara Bahaatti imale, yeroo kanas bishaan bishaan bidiruun irraa deemuu danda'u Laga Zaambeezii gara olii arge.
86
Baaysan uumama akkaan guddaa waan ta’eef diina heddus hin qabu.
87
Akka Oromootti kun hunduu kanuma keenya.
88
49 (Biiliyoona tokkoof, miiliyoona dhibba tokkoof torbaafi kuma dhibba afuriif soddomii sadihiif, dhibba saddeetiif torbaatamii sagal) baankiitti galii tahuu gabaasni Biroo dhimmoota Komunikeeshiinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa irra bahe ni mul’isa.
89
Malaa fi tooftaa cunqursaa ittin of irraa buqqisan waan hin beekneef cunqurfamooti of irratti abdii qabaatanii wal ijaaranii qabsoo hin godhan.
90
Ummanni Oromoo bakka jiru maraa shira Mootummaa wayyaane kanatti dammaqee fashalsuu qaba.
91
90 p-psr129 genomic DNA psr129b BAABABB-AAAABABA-AAAABBBAB----ABABBA-AAABAAAAABBAABABBA--A-BBBBAAABBAABAB-B----BBB-AB-AB-A-----BBBAA------BA-ABBABA---B-AABABABAABB-BBBAABA-A-BBAAB-A-BBBA-BABAAB-BB--AAA-BABBBBAABAABBAAABBBBABAAB----BAAABAA-ABBABAAB-ABBABB-AAAABBBA-BABBAA-BBBABBA-A-B-ABBABAABABBABB-AABBAABBAAAAABBAA-AAA-BBA-AA-BAA-AAA
92
Sababni isaas asitti waanti baay'een kan dhuunfaa ta'aa jireenyis qaala'aa deemaa jira.
93
Wangeela fayyina kao labsnun eega Chitti gafatama keenya.
94
5:25-33), bitamuunis deebii uumamaa ta’a, haatii manaa abbaa manaa isheef.
95
Godina Harargee Aanaa Cinaksan araddaa Qobbo Biiqqaa ganda #Dabdhigajedhamutti weearara waraanni goolisituun Liyyu Polisii Abdii Illee waraana [Read More]
96
Garuu akka tasaatti leenjisaan maqaa koo nama biraa galchee ture.
97
Dhaabbanni kuns bara 2013ti walakkaansaa motummaan deegarama ture.
98
Yaadannoon kunis guyyaa irra oolu qaba: EBLA 15: Guyyaa Gootota Oromoo ti.
99
Daariin kan biraan immoo nama jaalalli horii ta’eefidha.