id
stringlengths
1
6
text
stringlengths
2
6.37k
100
Gosti Oromoo Warjiin kuni jaarraa 9ffaa dhaa hanga xumura jarraa 12ffaattis naannoo Shawaatti mootummaa Islaamaa ijaaree ofbulchaa turuutu himama.
101
Waan hedduu cimoo ta’an dirqama fi quuqama lammii keenyaa waan qabnuuf ni mari’anna.
102
Previous articleADO, ABO, KWO fi ABO-T Oromoon weerara ‘Liyyuu Poolisiin’ irratti bane ufirraa akka faccisuuf waamicha dhiyeessan
103
Ministirri Muummee maaliif akka kana filatan naaf hin galu,'' jedhan.
104
Dhaabbatichi qorannoo taasise irratti mootummaan qorannoo taasisee deebii kennuuf osoo juruu gidduutti ibsichi bahe jechuun Aadde Adaanach himaniiru.
105
Magaalaa tana keessatti muslimoonni Masjiida akka hin ijaaranne dhorkamanii jiru, yoo namni muslimaa magaalaa kana keessatti lubbuun isaa dabarte iddoo awwalchaa argachuu hin danda’u.
106
Baraartonni lammii Biriitish gordumsoo dand'an lama duula ijoollee barbaachuu kanatti makamanii Wixata galgala argan.
107
Ummata keenyas dammaqsuuf do’ii garagaraa qopheessaa turre.
108
Page keessaan akka dhuunffaa kootiitti hedduun irraa fayyadamuutti jira yoo rabbiin irratti na gargaare nuuf jabaadhaa isiniin jedha beekumsa qabdan nuuf gumaachuf
109
Lafeen goota kanaa bartokko biyyati deebitee siidaa iseen jala ciiftu dhaloota dhufee darbu hundaan akka fakkeenyaatt ni dawwatama jennee haa abdanu.
110
Ibsoonni ayyaana duraa, qaamoota adda addaan ba’aa turan, figichaa hanna siyaasaan kan haguugaman turan.
111
Egaa qabsoon AK maddi saanii sanyii fi bifaan adda haa ta’an malee qabsoo namoota AK gidduutt gaggeeffame ture.
112
Waraanni Israa'eel Sooriyaatti bakka kuusaa nikulaaraatti jechuun shakkite bara 2007 haleeluu ishee ifatti amanteetti.
113
(Ibsa Tokkummaa Humnoota Bilisummaa Oromiyaa (THBO) Irraa Kenname)
114
"Sabboonummaa jechuun eenyummaa keetiifi saba irraa dhalatteen boonuudha," jedhu.
115
Muummichi Ministeeraa Hooggantoonni godinaalee fi aanaalee naannoo Kibbaa kanneen dhiheenya waldhabbiin keessatti uumamee ture aangoo isaanii akka lakkisan gaafate.
116
Haleellaan QBO irratt tolfamaa jiru kan xiyyeeffate fedha walabummaa irratt qofa osoo hin tahin tokkummaa sabichaas ni dabalata.
117
Dhukkubni kun yoo xiqqaate nama …
118
Essa gayuudhaaf tiratta jettanii yoo gaafattan namoota kanniin irraa kan argattan deebii gabaabaa fi ifa ta’e tokko.
119
Browse full list Rather search by typing?
120
Waa’ee arrabsoo dhiistanii maaliigmf gara qabsoo Oromoo itti cimu hin yaadne?
121
Bara 1994 Jarmanii barsiisa Wangeelaatiif dhaqanii waa'ee Itoophiyaa guyyoota sadii soomaan boo'anii kadhachaa turan.
122
Erga mucichi bahe booda dura kaatee manatti galee
123
Tumsa [Alliance] jedhamuun paartiin beekamu kun ammoo MM Abiy akkuma jirutti tilaamaamaan waggaa tokkoof aangoo isaa irra turuun hanga filannootti biyya kana osoo gaggeessan furmaata taha jennee amanna jedhan.
124
Haata’uutii reebichaa fi hiraarsaa isa irra gahaa tureen miidhaan qaamaa fi qalbii akkasumas miira isa isaa irra gahee jiru fayyuu fi dandamachuuf brimannaa sabboontotaa akka barbaadu dhaamsi nu dhaqqabe ni hubachiisa.
125
e) Bu’uura Keewwata kana Keewwata Xiqqaa 3 (a) tiin eericha ykn iyyannicha gara Koree Dhaabbitti yoo qajeelchuu, namni eeruu ykn iyyannoo dhiyeesse kanuma akka beeku taasisuu qaba.
126
Keewwaticha kana jalattis naannoolee humna poolisii naannoosaanii ni ijaaru, ni hoogganu, nageenyaafi tasgabbii naannosaanii ni eegsifatu jedha.
127
Bara 1876 tti Robert Koch nama jedhamuun akka dhukkuba fidu qoratamee kan ture dha.
128
Kanneen hanga ammaatti jaarmayota Oromoo hoogganan dogoggora dabre irraa barachuu dadhabuun rakkoo guddaa qabsoon saba Oromoo mudattee dha.
129
Kitaabni qulqulluun kan inni nu barsiisuu faallaa isaati.
130
Jeneraloonni waayyaannee dhalattoota Oromoo fi Amaaraa raayyaa ittisa biyyaa keessa jiran sababa adda addaa uumuun gaggeessuun namoota olantummaa isaanii mirkaneessaan muuda akka turan himameera
131
Ammayyuu biyyooti shan waldaa BRICS jedhamu dhaabbatanii jiru.
132
Dr Geetaahun barreeffamoota qorannoo adda addaa barruulee biyya keessaafi biyya alaa irratti maxxansiisuun isaanii himameera.
133
Gazexessaan kun gabaasa dhaabbatichi gaazexessitoota bara kana keessa hidhaman jalatti maqaan isaa dhahamee baruma walfakkaatuutti kanneen ajjeefaman keessattis eeramuun ''gara jabina mootummaan Iraaniif ragaa dha'' jedha Siimoon.
134
Marii dhumaa bara 2015 keessa taasisaniin booda walitti dhufeenyi biyyoota lamaan giddu ture yeroodhaa yerootti badaa deemeera.
135
Kana egaa dheekkams kan isin lamaxe.
136
Kunis harcaatii haaqabaatu iyyuu malee hattoota lafaa fi albuuda Oromoo saamanii ittiin ofii fi murna isaanii ijaarrataa turan gab-godhee jira.
137
Haawwota , abbootaa fi obboleewwan kanneen irraa wareegaman cufaa rabbiin nu haa jajjabeessu waliin .
138
Raayyaa waraanaa qofaa osoo hin taanee, humni polisii fi humni Tikaa wayyaaneen hogganamuu Oromiyaa keessaa ba’uu qabaa.
139
4Isaan iddoo isaa isa ulfinaatii, … Dubbisu itti fufaa _ Continue reading →
140
''Qubee Afaan Oromoo seera qabsiisuudhaan hayyuu saba Oromoof gumaacha taasise'' jedhamuun ammoo Dr.
141
Yaamicha nuti miseensonni ABO fi Miseensotni WBO-Godina Kibba Bahaa Miseensota ABO-fi Sab-Boontota Oromoof dhiheesinerrati yaada Gantuun sabaa kan Lencho ofiin jedhu barreese waan argineef deebii gabaabduu kana kennuufiif dirqamne.
142
[koo-koo-spit, koo k-oo-] /ˈku kuˌspɪt, ˈkʊk u-/
143
” jettee gara jaartii akeette Ruufo.
144
Hawaasni keenya gama isaatiin qabsoo jalqabe itti fufuun madditti <> dhaabuu irratti hojjachuu qaba.
145
Hammasitt giddesitoota haa ta’ani keettoo diinaan kan himamu hundi hololaa.
146
Akka seeraatt Ihaadeg goloota Itophiyaa keessaa tokko.
147
Namni Jarmanii kan umurii isaa guutuu waayee Oromoo fi uummatoota Kibbaa qorate, Mabba (Unbarsitii) Firaankifurtii-tti barachiisaa kan ture, Eike Haberland akka Oromoon durattumaa qonnaa fi horii-horsiisuun jiraatu, ragaa hanga harraattuu eenyumtuu dura ijaajjuu hin dandeenye nuuf dhiyeesse.
148
Akka ragaatti ummata darban kan akka ummata Nuh, Ad, samuud, ummata Luux, Madiyan, Fira’awn fi kkf ilaalun ni danda’ama.
149
Tajaajilaan waldichaa Birhaanuu Daani'el "Onesmos Nasib dubbii waaqayyoo qofa osoo hin taanee dubbii Afaan Oromoo addunyaaf beeksisuu keessattis qooda guddaa qabu" jechuun himu.
150
Kanafuu Wayyanee buqisuu qoofa jeedha fula 324 hanga 380 Kanaaf ammoo Darggagoo fi ummatii Oromoo gurma’an qabsa’uu qabu jeedha fula 592 – 679 dubsa.
151
Hi akka to u nd Akki.
152
Waayee dhimma Sabboonummaa kanarratti waa baa’yeetu jedhamuu fi fakkeenyota hedduutu dhiyaachuus danda’u.
153
Kuusdeetaa(detabase MYSQL, SQL, …) qabaachuu qabdu.
154
Obbo Baqqalaa Garbaa gama isaatiin muummichi ministeera poolisiin dirqisiifamee gara mana murtichaa akka dhiyaatuuf gaafate.
155
Harka isaa isa cubbuu qulleesee dhiqata
156
Kanneen mootummaan Habashaa biyya saa irraa kolonota addati hin laalle jedhan akka lafti saanii itt bulfamu ilaalun ni gaha.
157
"Imaammata diinagdee kessatti wanti tokko guutummaatti sirriidhas dogoggoras jechuun hin danda'amu, garuu maaltu dura ta'uu qaba waan jedhu xiinxaluun barbachisaadha," jedhu.
158
''Kubaaniyoonni hojii gaarii raawwachuufi namoonni sagaleensaanii akka waraabamuuf filachuu mirkanneefachuu qabaatu,'' jedhaniiru daarektarri olaanaa Garee 'Open Rights' Jim Kilok.
159
Hanga oromiyan bilisomtuutti jiru koo mijeffadhee jirachuun naf hin mijatu.
160
Jireenya hawaasa Musliima fi kutaa jireenya isaanii kamuu too’achuu keessatti shoora ol anaa kan taphatu Masgiida.
161
Warraaqsii Biyyooleessaa Oromiyaa FXG Gootoota Qeerroo Barattoota Oromoo fi Uummata Oromoo Magaalaa Amboon Itti Fufee, Warraaqsaa Kana Dura Dhaabbaachuuf Waraanni Koomandii Poostii Wayyaanee Dhukaasaa banuun Yeroo Ammaa Magaalaan Amboo Dirree Waraanaa Fakkaattee jiraachuu Qeerroon Gabaase.
162
'Durba fuudhanii cidhaa osoo galanuu ajjeefaman' ''Itoophiyaan yoo jiraatte amma raayyaa ittisa biyyaa keessa jirti'' Yakki loltoota kanaan raawwatame, akkaataa danbii raayyaa ittisa biyyaattis dhaabbaticha waan bakka hin buuneef akkuma yakkamaa kaanii isaan irrattis ol'aantummaan seeeraa mirkanaa'uu qaba jechuun, hoggansi raayyaa ittisaa naannicha jiru shakkamtoota dabarsee nuuf kenne kan jedhan ammoo, Abbaa Adeemsa qorannoo Yakkaa fi murtii Haqaa kennisiisaa aanaa Saasiggaa Saajin Olaanaa Dimbaashaa Tarfaasaati.
163
jechuun mani marii Oromoo “Menelik Genocide against Oromo and Othe Ethiop’s” Dr.
164
Biyyooti olla keenyaa ammoo akka nuuti isaan keessatti qubsuma hin dhaabbanneef wayyaanee waliin maal akka raawwatan garaatu nu beeka.
165
Lola Tigray: 'Tigraayitti daa'imman miiliyoonaan lakkaawamaniif qaqqabuun hin danda'amne'-UNICEF
166
Chaampiyoons liigichaan taboonni ramaddii jalqabaa har’a galgala itti fufu.
167
Maayii irratti uummatni Oromoo mirga siyaasaa, dinagdee fi hawaasummaa humna qawween irraa sarbame wareegama barbaachisu baasee of harka galfachuuf dandeettii kan qabu tahuu hawaasa addunyaa hubachiiisuu barbaada.
168
Harkifachuu ijaarsa hidha haaromsaa fi furmaata kaa'ame Ejjeennoon Sudaan hidha Haaromsaarratti jijjiiramaa laata?
169
Waaqni ani waaqessu Waaqa dhugaa dha
170
Agaazii akkasii booyichaa fi gaddaan malee injifannoon gara Maqaleetti deebi’uu hin danda’u.
171
Gahee ummata Oromoo Itoophiyaa ijaaruu keessatti
172
Hidhataa fi waraanni Wayyaanee mooraa kiiloo 4,5 fi 6 akkasuma koollejjiwwan Finfinnee keessatti argamu dhuunfatuun marsanii meeshaa waraanaan barataa qalama malee hin qabne eegaa jiru.
173
Garuu darbee darbee jallatanii akka itti heerum amananiif ni garafamu turan.
174
Gara iyya namaa dafe kan dhaga'u
175
Gadi aantummaan akka itti dhagahamu kan sababa ta’ee maatiidhaa jechuudha.
176
Kuufaatii Dargii boodas chaartarii yeroo cehumsaa bara 1983-1987 (ALI) tumameen magaalaan Finfinnee akka naannoo of dandeesse tokkootti ክል 14 jedhamtee akka of bulchitu labsamee ture.
177
Guutuu ta’uu baatuus ummanni Oromoo aadaa fi duudhaa isaa sodaa tokkoo fi heyyama halagaa malee dhugeeffachaa fi gaggeeffachaa jira.
178
akka fakkeenyatti osoon isiniif kaasee ani jiraataa aanaa jalduu godina shawaa lixaati, innis waahee ibsaa osoo fudhannee tajaajilli ummanni ibsaa irraa argatu baayyee gad aanadha.
179
Kaayyoon isaa ogeeyyiin fayyaa salphaatti adda baasanii akka waldhaananiidha jedhameera.
180
Kanaaf, guyyaan irreechaa kun “Ayyaana Birraa” jedhamee beekama.
181
Barruunqabi seenaan haatahu, shakala guyyuun, Habashaan waan saame nama biraaf hiruuf banaa miti.
182
“Fitnaan ajjeechaa caalaa hamaa (badaa) dha.
183
‘’Wal fakkaattiin wal barbaaddi’’ jedha mitii ree Oromoon?
184
Nageenya biyyatti mirkaneessuuf akka fuurmaatatti kan dhiyaate kan biraa, hiyyuummaa salphisisu ykn ummata haala qabatamaan hiyyuummaa keessaa baasuu dhaa.
185
Gaaf tokko, uummata walgayii waamtee, “namoota gabaaba ta’an mara akka fixxan” jettee labsii (ajaja) dabarsite.
186
Barnootni intarneeta irratti of eeggannoof barbaachisoo tahan itti fufa…
187
Fuulduratti baatee qilleensa of hin rukuchiisiin, bishaan biraan hin darbiin fudhadhu, yeroo bishaan fudhatan akka sitti hin buune irraa fagaadhu," jedheetu na gorse jedha.
188
Akka naaf galetti kaayyoo ganamaa kan jedhamu sun Walabummaa Oromiyaa mirkaneessuu fi Mootummaa Birmadummaa Oromiyaa ijaaruu natti fakkaata.
189
Ani inni yaada kana barreessu kaleessa hin dhalanne, yeroo wanti ati xibaartu kun uumame nama ga’eessan ture, akka gaarsiittan quba qaba.
190
Kanaaf ammoo kongireesiin biyyaalessa Amerikaa irratti walii galuun biyya Itiyoophiyaa akka fedhii isaaniitti seenuun badii dhiibbaa mirga dhala namaa irra ga’aa jiru kanneen akka ajjeefamuu, hidhamuu fi mirga yaada ofii ibsachuu dhabuu lammileerra ga’e qaama walaba ta’een qoratee seeraaf akka dhiyeessuu dha.
191
Akkasumas keessoo caasaa geengoo dil’uu irratti argamuu ykn kotileedonarii kan jedhamu irratti maadaan seelii du’ee baay’inaan argama.
192
Adeemsa Hojii Qophii Karooraa hordoffii fi gamaaggamaa raawwii TMG hojiirra oolchuu fi galma gahumsa karooraa keenyaatiin barbaachisaa tahullee caasaa nuuf ergamerratti waamamaan gita hojii kennameefi waan hin dhuminiif biiroo hojii fi misooma magaalaa oromiyaa gaafachuun humni namaa lama karaa Waajjira SSO tiin mirkanaa’ee akka nuuf ergamu kan gaafatamu tahu.
193
Amaloota isaanii dhaaluun hiyyummaa keessaa akka baanuuf sababa ta'uu mala
194
2 moo-a pelot-ti kun Äi-ti pis-ti namio
195
Miidiyaaleen Keeniyaa keessaa akka gabaasaa jiranitti milishoonni Itoophiyaa qawwee hidhatan hojjettoota Keeniyaa irratti dhukaasa banan jedha.
196
Goodayyaa suuraa ''Daldala keessatti al takkaa takka ni milkoofta yeroo biroo ammo ni kasaarta,'' jedha Abduul Kariim Alii
197
Har’a, Oromiyaan tajaajla ‘tax’ Oromiyaa keessa sassaabamu gitu mootummaa Federaala Itoophiyaa irraa argaachaa hin jiru.
198
Apr 14, 13Comments Off on Qabsoon Bilisummaa Sabaa fi Taphni Siyaasaa Walii GargariRead More
199
’’ Bara 2017tti hogganaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa tahuun erga filatamaniin booda Dr Tedroos, yeroo weerarri koronaavaayirasii jalqabe baayyee beekaman.